Browsing Category
Ispoortii
Daandiin Qilleensaa Moorookoo Balallii addaa 30n deeggartoota gara Dohaatti imalchiisuufi
Finfinnee, Mudde 3, 2015(FBC) – Daandiin Qilleensaa Moorookoo Balallii addaa 30n deeggartoota Garee Biyyaalessaa Kaazaabilaankaarraa gara Dohaatti imalchiisuuf ta’uu beeksiise.
Daandiin…
Waancaa Addunyaa 22ffaan walqabatee Leenjiftoonni garee biyyaalessaa 6 hojiirraa gaggeeffaman
Finfinnee, Mudde 2, 2015 (FBC) – Waancaa Addunyaa 22ffaa Kuwaataaritti gaggeeffamaa jiruun hanga ammaatti leenjiftoonni garee biyyaalessaa 6 hojiirraa gaggeeffamaniiru.
Leenjisaan garee…
Faransaay walakkaa xumuraa Waancaa Addunyaaf dabarte
Finfinnee, Mudde 1, 2015 (FBC) – Faransaay Ingiliiz injifachuun tapha walakkaa xumuraa waancaa Addunyaaf dabarteerti.
Faransaay goolii 2 fi 1n Ingiliiz injifachuun tapha Walakkkaa xumuraa…
Moorokoon walakkaa xumuraa Waancaa Addunyaaf dabarte
Finfinnee, Mudde 1, 2015 (FBC) – Moorokoon Poorchugaal injifachuun seenaa keessatti biyya Afrikaa tapha walakkaa xumuraa waancaa Addunyaaf dabarte taateerti.
Moorokoon goolii 1fi 0n…
Waancaa Addunyaan har’a taphoonni Nuusa Xumuraa 2 ni taphatamu
Finfinnee, Mudde, 2015 (FBC) – Tapha Waancaa Addunyaa 22ffaan har'a taphoonni Nuusa xumuraa 2 ni taphatamu.
Galgala sa'aatii 12:00 irraa eegalee Moorookoon Poorchugaal waliin walakkaa…
Arjentiinaan tapha walakkaa xumuraa Waancaa Addunyaa 22ffaaf dabarte
Finfinnee, Sadaasa 30, 2015 (FBC) – Arjentiinaan rukkuttaa adda bahiinsaan Neezarlaand injifachuun tapha Walakkaa xumuraa Waancaa Addunyaa 22ffaaf dabarteerti.
Taphni sa'aatii idilee fi…
Kirooshiyaan Biraaziliin Injifachuun tapha walakkaa xumuraaf dabarte
Finfinnee, Sadaasa 30, 2015 (FBC)- Kirooshiyaan rukuttaa adda ba'iinsaa 4 fi 2’n Biraaziliin injifachuun tapha walakkaa xumuraaf dabarte.
Tapha Waancaa Addunyaa 22ffa tapha nuusa xumuraa…
Bunni Ityoophiyaa leenjisaa isaa Tamasgeen Daannaa gaggeesse
Finfinnee, Sadaasa 30, 2015 (FBC) – Kilabni Kubbaa Miilaa Buna Ityoophiyaa leenjisaa isaa Tamasgeen Daannaa gaggeessuu ifoomse.
Kilabichi qabxii gadi aanaa galmeessaa dhufuu hordofee…
Leenjisaan Garee Biyyaalessaa Ispeen Luwiis Enariikeen leenjisummaa isaaniirraa gaggeeffaman
Finfinnee, Sadaasa 29, 2015 (FBC)- Leenjisaan Garee Biyyaalessaa Ispeen Luwiis Enariikeen leenjisummaa isaaniirraa gaggeeffamuu Federeeshiniin Kubbaa Miilaa Ispeen beeksise.
Ispeen tapha…
Eedan Hazaardi garee biyyaalessa Beeljiyeem keessaa ba’uu beeksiise
Finfinnee, Sadaasa 28, 2015 (FBC) – Eedan Hazaardi Garee Kubbaa Miilaa Biyyaalessaa Beeljiyeem keessaa ba’uu ifoomseera.
Taphataan Kilaba Riyaal Maadridii fi garee Biyyaalessaa Beeljiyeem…