Browsing Category
Ispoortii
Zilaataan Ibraahiimooviichi tapha kubbaa miilaa dhaabuu beeksise
Finfinnee, Caamsaa 28, 2015 (FBC) – Taphataan sarara fuulduraa Garee Kubbaa Miilaa Siwiidin Zilaataan Ibraahiimooviichi tapha Kubbaa miilaa dhaabuu beeksiseera.
Zilaataan…
Atleetoonni Ityoophiyaa fiigicha Maaraatoonii Istookhoolimitti fiiggame koorniyaa lamaaniinuu…
Finfinnee, Caamsaa 28, 2015 (FBC) – Atleetoonni Ityoophiyaa fiigicha Maaraatoonii Siwiidiin Istookhoolimitti fiiggame koorniyaa lamaaniinuu injifataniiru.
Koorniyaa lamaaniinuu sadarkaa…
Maanchiisteer Siitiin Shaampiyoonaa FA Ingilaandi bara 2022/23 ta’e
Finfinnee, Caamsaa 26, 2015 (FBC) – Maanchiisteer Siitiin kilaba masaanuu isaa Maanchiisteer Yuunaayitiid injifachuun Shaampiyoonaa Waancaa FA Ingilaandi bara 2022/23 ta’eera.…
Taphni Waancaa FA Ingilaandi har’a Maanchiisteer Siitii fi Yuunaatiid gidduutti taasiifamu akkaan…
Finfinnee, Caamsaa 26, 2015 (FBC) – Taphni Waancaa FA Ingilaandi har’a Maanchiisteer Siitii fi Maanchiisteer Yuunaatiid gidduutti taasiifamu Maanchuriyaan Darbii 189ffaan akkaan eegamu.…
Atleet Siimboo Alamaayyoo dorgommii Daayimand Liigii gufachiisa meetira kuma 3 injifatte
Finfinnee, Caamsaa 26, 2015 (FBC) –Atleet Siimboo Alamaayyoo dorgommii daayimandi Liigii gufachiisaa meetira kuma 3 marsaa 3ffaaf eda galgala Xaaliyaanii magaalaa Filoorensitti dorgomame…
Liyoonel Meesiin PSG gadi lakkisuun mirkanaa’e
Finfinnee, Caamsaa 24, 2015 (FBC) – Taphataan sarara fuulduraa garee Biyyaalessa Arjentiinaa fi Baarseloonaa duraanii Liyoonel Meesiin kilaba PSG gadi lakkiisuun mirkanaa’eera.
Leenjisaan…
Qidduus Giyoorgis Laga Xaafoo Laga Daadhii injifachuun carraa waancaa fudhachuuf qabu bal’ifate
Finfinnee, Caamsaa 24, 2015 (FBC) – Tapha Beetkiingii Piriimaayeer Liigii Ityoophiyaa torbee 27ffaa har’a taphatameen Qidduus Giyoorgis Laga Xaafoo Laga Daadhii goolii 2 fi 1n injifateera.…
Naannoo Somaaleetti Ispoortii babal’isuu fi misoomsuuf hojjetamaa jira – Obbo Musxafee Mahaammad
Finfinnee, Caamsaa 22, 2015 (FBC) – Naannoo Somaaleetti Ispoortii babal’isuu fi misoomsuuf xiyyeeffannoon hojjetamaa jiraachuu Pireezidaantiin naannichaa Obbo Musxafee Mahaammad ibsaniiru.…
Shaampiyoonaa Kilaboota Naannoleerratti Oromiyaarraa Kilaboonni 9 ni hirmaatu
Finfinnee, Caamsaa 22, 2015 (FBC)- Shaampiyoonaa Kilaboota naannolee Ityoophiyaarratti Naannoo Oromiyaarraa Kilaboonni 9 ni hirmaatu.
Shaampiyoonaan Kilaboota Naannolee Ityoophiyaa…
Cheelsiin Maawuriisiiyoo Poochetiinoo leenjisaa garichaa taasiisuun muude
Finfinnee, Caamsaa 21, 2015 (FBC) – Kilabni Kubbaa Miilaa Lixa Landan Cheelsiin Maawuriisiiyoo Poochetiinoo leenjisaa garichaa taasiisuun muuduu beeksiise.
Ga’eessi Umrii waggaa 51…