Browsing Category
Ispoortii
Tapha Maanchistar Yuunaaytid sadarkaa isaa fooyyeffachuuf taphatu
Finfinnee, Sadaasa 25, 2018 (FMC) - Tapha xumuraa Sagantaa Piriimiyar Liigii Ingilaandi torbee 14'n har’a galgala Maanchistar Yuunaaytid Weestihaam Yuunaaytid walin taphata.
Tapha…
Arsenaal Bireentifoordiin injifachuun dursummaa isaa cimsate
Finfinnee, Sadaasa 24, 2018 (FMC) – Taphoota Piriimeerliigii Ingiliiz torbee 14ffaa halkan kana taphatameen Arsenaal Bireentifoordi injifateera.
Arsenaal galchii 2 fi 0'n Bireentifoordi…
Piriimeerliigii Ingiliiz torbee 14ffaan har’a taphoonni 6 ni taphatamu
Finfinnee, Sadaasa 24, 2018 (FMC) – Taphoota Piriimeer Liigii Ingiliiz torbee 14ffaan taphni har’a Arsenaal Bireenfoordiin keessummeessu ni eegama.
Har’a halkan sa’aatii 4:30 jalqabee…
Garee Kubbaa Miilaa Biyyaalessaa Itiyoophiyaa umrii waggaa 17 gadiif badhaasni Birrii miiliyoona 10…
Finfinnee, Sadaasa 23, 2018 (FMC)- Ministeerri Aadaafi Ispoortii Garee Kubbaa Miilaa Biyyaalessaa Itiyoophiyaa umrii waggaa 17 gadiif badhaasa Birrii miiliyoona 10 kenne.
Ministeerichi…
Taanzaaniyaan waancaa seekaafaa injifatte
Finfinnee, Sadaasa 23, 2018 (FMC) – Gareen Kubbaa Miilaa Biyyaalessaa Taanzaaniyaa umrii waggaa 17 gadii gita isaa Ugaandaa injifachuun shaampiyoonaa waancaa biyyoota Bahaa fi Giddugaleessa…
Gareen Kubbaa Miilaa Biyyaalessaa Itiyoophiyaa umrii waggaa 17 gadii waancaa Afrikaaf darbuu…
Finfinnee, Sadaasa 23, 2018 (FMC)- Gareen Kubbaa Miilaa Biyyaalessaa Itiyoophiyaa umrii waggaa 17 gadii waancaa Afrikaaf darbuu hordofee Ministirri Muummee Itti aanaan obbo Tamasgeen…
Itiyoophiyaan Waancaa Afrikaa 2026’f dabarte
Finfinnee, Sadaasa 23, 2018 (FMC) – Tapha sadarkaa seekaafaa har’a taphatameen gareen kubbaa miilaa biyyaalessaa Itiyoophiyaa umrii waggaa 17 gadii gita isaa Keeniyaa injifachuun waancaa…
Morkii Waancaa Afrikaaf darbuu fi sadarkaa 3ffaa argachuuf Itiyoophiyaa fi Keeniyaa gidduutti…
Finfinnee, Sadaasa 23, 2018 (FMC) –Gareen Kubbaa Miilaa Biyyaalessaa Itiyoophiyaa umrii waggaa 17 gadii morkiin Waancaa Afrikaaf darbuu fi sadarkaa 3ffaa argachuuf har'a gita isaa Keeniyaa…
Taphoonni Piriimeer Liigii Ingiliiz torbee 14ffaan har’aa eegaluun taphatamu
Finfinnee, Sadaasa 23, 2018 (FMC) – Taphoonni Piriimeer Liigii Ingiliiz torbee 14ffaan tapha har’a Fuulhaam Maanchiister Siitii, Boornimaawuuz ammoo Eevartan keessummeessaniin eegalama.…
Itiyoophiyaa 0 – 3 Ugaandaa
Finfinnee, Sadaasa 21, 2018 (FMC) – Taphoota gulaallii waancaa seekaafaa umrii waggaa 17 gadii tapha walakkaa xumuraan Itiyoophiyaan Ugaandaan injifatamte.
Ugaandaan galchii 3 fi 0'n…