Browsing Category
Ispoortii
Taphoonni Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaa marsaa 2ffaan har’a ni taphatamu
Finfinnee, Fulbaana 3, 2015 (FBC) – Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaa marsaa 2ffaan har’a taphoonni 7 ni gaggeeffamu.
Taphoota Shaampiyoonsi Liigii…
Inistiraakter Abraaham ogeessa Teeknikaa FIFA ta’uun muudaman
Finfinnee, Fulbaana 3, 2015 (FBC) – Kilaboota garaagaraa keessatti leenjisummaan tajaajilaa kan turan Inistiraakter Abraaham Maabraatuun ogeessa Teeknikaa FIFA ta’uun muudamaniiru.
FIFA…
Gulaallii Shaampiyoonnsi Liigii Afrikaan Qidduus Giyoosgiis Kilaba Sudaan Al Hiilaal injifate
Finfinnee, Fulbaana 1, 2015 (FBC) – Gulaallii Shaampiyoonnsi Liigii Afrikaan Qidduus Giyoosgiis Kilaba Sudaan Al Hiilaal goolii 2 fi1 injifateera.
Tapha gulaallii har'a Istaadiyeemii…
Fiigicha walakkaa Maaraatoonii Landaniin Atleetoonni Ityoophiyaa 2ffaa fi 3ffaa ba’an
Finfinnee, Fulbaana 1, 2015 (FBC) – Fiigicha walakkaa Maaraatoonii Landanitti gaggeeffameen Atleet Salamoon Baraggaa 2ffaan yoo xumuru, Atleet Qananiisaa Baqqalaan sadarkaa 3ffaa ba'eera.…
Taphoonni Piriimayeer Liigii Ingilaand torbee 7ffaan haqaman
Finfinnee, Qaammee 4, 2014 (FBC) – Boqochuu Mootiittii Ingiliz Eelzaabeet 2ffaa hordofee taphoonni Piriimayeer Liigii Ingilaand torbee 7ffaan yeroo biraatti darbe.
Taphoon Piriimayeer…
Atileet Gooyititoom Gabrasillaaseen Birrii kuma 300 badhaafamte
Finfinnee, Qaammee 4,2014(FBC)- Kilabiin Ispoortii Ityoo-Elektirik atileet Gooyititoom Gabrasillaaseef Birrii Kuma dhibba 3 badhaase.
Kilabichi sagantaa badhaasaa hoteela…
Grahaam Pooter leenjisaa Cheelsii haaraa ta’uun muudaman
Finfinnee, Qaammee 3, 2014 (FBC) –Cheelsiin leenjisaa Biraayitan kan turan Grahaam Pooter leenjisaa haaraa kilabichaa taasiisuun muuduu beeksise.
Tapha Chaampiyoonsi Liigii Awurooppaa…
Harariitti guyyaa nageenyaa sababeeffachuun fiigichi daandirraa gaggeeffame
Finfinnee, Qaammee 3, 2014 (FBC) – Naannoo Hararitti Qaammee 3 guyyaa Nageenyaa sababeeffachuun fiigichi daandiirra gaggeeffame.
Fiigichi daandirraa Kiiloo Meetira 5 mata…
Cheelsiin leenjisaa Toomaas Tuusheelsiin gaggeesse
Finfinnee, Qaammee 2, 2014(FBC)- Gareen Kilabii Kubbaa Miilaa Ingiliz Cheelsiin leenjisaa Toomaas Tuusheelsiin gaggeessuu beeksise.
Kilabichi tapha Shaampiyoonsi liigii Daayinaamoo…
Injifannoon Garee Kubbaa Miilaa Ityoophiyaa kennaa bara haaraati -Obbo Isaayyaas Jiraa
Finfinnee, Hagayya 30, 2014 (FBC) – Gareen Kubbaa Miilaa Biyyaaleessa Ityoophiyaa Waancaa Chaaniif darbuun ummata Ityoophiyaaf kennaa bara haaraati jedhan Pireezedaantiin Federeeshinii…