Browsing Category
Ispoortii
Taphoota Piriimayeer Liigii Ingilaandiin boru taphni Maanchiisteer Yuunaayitiidii fi Siitii…
Finfinnee, Amajjii 5, 2015 (FBC) –Taphoonni Piriimayeer Liigii Ingilaandi torbee kanaa tapha har’a Astoon Viillaa fi Liidis Yuunaayitiid gidduutti taphatamuun eegalama.
Taphoota…
Dorgommiin Chaan har’aa ni eegala
Finfinnee, Amajjii 5, 2015 (FBC) – Dorgommiin Shaampiyoonaa Kubbaa Miilaa Biyyoota Afrikaa 7ffaan har’a Aljeeriyaatti ni eegalama.
Dorgommii kanarratti biyyoonni Afrikaa 17 kan hirmaatan…
Sochiin ‘Maas Ispoortii’ Sadarkaa Oromiyaa Adaamaatti gaggeeffame
Finfinnee, Amajjii 5, 2015 (FBC)-Sagantaa sochiin 'Maas Ispoortii' guyyaa har'aa akka Oromiyaatti Magaalaa Adaamaatti gaggeeffame.
Kaayyoon sochii ga'umsa qaamaa ummattootaa kun…
Atileetonni Ityoophiyaa Maaraatoonii Boostanirratti ni hirmaatu
Finfinnee, Amajjii 4, 2015 (FBC)- Atileetonni Ityoophiyaa Fiigicha Maaraatoonii Boostanirratti koorniyaa lamaniin akka hirmaatan qopheessitoonni dorgommichaa beeksisan.
Dhiirotaan Atileet…
Sochiin “mass sport” guyyaa boruu akka Oromiyaatti ni gaggeeffama
Finfinnee, Amajjii 4, 2015 (FBC) – Sochiin "mass sport" akka Oromiyaatti namoota miiliyoona 1 ol hirmaachisu guyyaa boruu kan gaggeeffamu ta’uu Biiroon Dhimma Dargaggoo fi Ispoortii…
Liyooneel Meesiin Waancaa Addunyaan booda tapha jalqabaa isaa injifannoon eegale
Finfinnee, Amajjii 4, 2015 (FBC) – Liyooneel Andereen Meesiin Waancaa Addunyaan booda tapha jalqabaa isaa Kilaba PSG taphaterrarri goolii lakkoofsiiseera.
Tapha Liigii 1ffaa Fireenchi eda…
Gareen biyyaalessa Ityoophiyaa tapha Chaaniif Aljeeriyaa gale
Finfinnee, Amajjii 4, 2015 (FBC) – Gareen Kubbaa Miilaa biyyaalessa Ityoophiyaa tapha Chaaniif Aljeeriyaa galeera.
Gareen Kubbaa Miilaa Biyyaalessa Ityoophiyaa tapha Shaampiyoonaa Kubbaa…
Shaampiyoonaan Ispoortii Aadaa fi Feestivaalli argisiisa aadaa Oromiyaa magaalaa Walisootti eegalame
Finfinnee, Amajjii 2, 2015 (FBC) – Shaampiyoonaan Ispoortii Aadaa fi Feestivaalli argisiisa aadaa Oromiyaa 28ffaan magaalaa Walisootti eegalameera.
Shaampiyoonaan kun gosoota Ispoortii…
Gareen biyyaalessaa Ityoophiyaa Morokoon 2 fi 1’n injifatame
Finfinnee, Amajjii 1, 2015(FBC)- Gareen Kubbaa Miilaa Ityoophiyaa marsaa 2ffaaf taphaa ga’umsa adda baasuu Morokoo waliin taphateen 2 fi 1’n injifatameera.
Tapha Chaaniif Morookoo…
Gaariiz Beel tapha kubbaa miilaa dhaabe
Finfinnee, Amajjii 1, 2015(FBC)- Taphataan kubbaa miilaa beekaman lammii Weelsi Gaariiz Beel tapha kubbaa miilaa biyyaalessaas ta’e kilabaa dhaabuu beeksise.
Beel gama miidiyaa…