Browsing Category
Ispoortii
Beellama 238ffaa Maanchistar Yuunayitidii fi Arseenaal
Finfinnee, Hagayya 29, 2014 (FBC) – Tapha Pirimeerliigii Ingilaandi torbee 6ffaan Maanchistar Yuunayitidii fi Arseenaal tapha kubbaa miilaa jabduu fi akkaan eegamuuf wal beellamaniiru.…
Taphoonni Beetkiing Ityoophiyaa bara 2015 Fulbaana 20 ni eegala
Finfinnee, Hagayya 27, 2014 (FBC) – Taphoonni Beetkiing Piriimayeer Liigii Ityoophiyaa bara 2015 Fulbaana 20 ni eegala jedhame.
Sagantaan taphoota Beetkiingii Ityoophiyaa kun…
Kilaboonni moggaasa sabaafi amantaan waamaman maqaa isaanii akka fooyyessan yaadachiifaman
Finfinnee, Hagayya 27, 2014(FBC)- Kilaboonni Kubbaa miilaa moggaasa sabaafi amantaan waamaman maqaa isaanii akka fooyyessan Federeeshiniin Kubbaa Miilaa Ityoophiyaa yaadachiise.
Yeroon…
Piriimayeer Liigii Ingilaand torbee 6ffaan boru taphoonni 8 ni taphatamu
Finfinnee, Hagayya 27, 2014 (FBC) – Piriimayeer Liigii Ingilaand torbee 6ffaan boru taphoonni 8 waaree booda sa’aatii 8:30 irraa eegaluun ni taphatamu.
Taphoota shanan hanga…
Gareen Kubbaa Miilaa Ityoophiyaa har’a Ruwaandaatti imala
Finfinnee, Hagayya 26, 2014 (FBC) – Gareen Kubbaa Miilaa Biyyaalessaa Ityoophiyaa tapha deebii gulaallii CAF torbe dhumaa taphachuuf har’a gara Ruwaandaatti imala.
Garichi Dilbata dhufu…
FIFAn Liidiyaa Taaffaseef waamicha dhiyeesse
Finfinnee, Hagayya 24, (FBC) – Haadha Murteessummaa Kubbaa Miilaa Liidiyaa Taaffaseef dorgommii waancaa addunyaa umrii waggaa 17 gadiirraa waamicha taasiifameefiira.…
Piriimayeer Liigii Ingilaand torbee 5ffaan har’a taphoonni 4 ni taphatamu
Finfinnee, Hagayya 24, 2014 (FBC) - Piriimayeer Liigii Ingilaand torbee 5ffaan galgala sa’aatii 3:30 eegalee taphoonni 4 ni taphatamu.
Taphni Saawuuzhamtoonii fi Cheelsii…
Fiigicha Maaraatoonii eda gaggeeffameen Atleetoonni Ityoophiyaa milkaa’aan
Finfinnee, Hagayya 23, 2014 (FBC) – Fiigicha Maaraatoonii halkan edaa biyyoota garaagaaraatti gaggeeffameen Atleetoonni Ityoophiyaa milkaa’aniiru.
Walakkaa maaraatoonii Intiriimitti…
Federeeshinichi bu’aa filannoo miseensota hojii raawwachiiftuu ifoomse
Finfinnee, Hagayya 22, 2014 (FBC) – Federeeshiniin Kubbaa Miilaa Ityoophiyaa bu'aa filannoo miseensota hojii raawwachiiftuu ifoomseera.
Miseensota koree hojii raawwachiiftuu dhiirootaa…
Obbo Isaayyaas Jiraa Pireezidaantii Federeeshinii Kubbaa Miilaa Ityoophiyaa ta’uun filataman
Finfinnee, Hagayya 22, 2014 (FBC) – Obbo Isaayyaas Jiraa irra deebiin Pireezidaantii Federeeshinii Kubbaa Miilaa Ityoophiyaa ta’uun filatamaniiru.
Filannoo pireezdaantii kubbaa miilaa…