Browsing Category
Ispoortii
Qidduus Giyoorgis 1 – 1 Magaalaa Hawaasaa
Finfinnee, Caamsaa 9, 2015 (FBC) –Taphoota Beetkiingii Piriimaayeer Liigii Ityoophiyaa torbee 24ffaan Qidduus Giyoorgis Magaalaa Hawaasaa waliin qixa ba’e.
Tapha har’a sa’aatii 9:00 irraa…
Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaan taphni har’a Maanchiisteer Siitii fi Riyaal Maadriid gidduutti…
Finfinnee, Caamsaa 9, 2015 (FBC) –Tapha Walakkaa xumuraa Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaan taphni har’a Maanchiisteer Siitii fi Riyaal Maadriid gidduutti taphatamu akkaan eegama.
Taphni…
Inistiraakter Daani’eel Gabramaariyaam leenjisaa yeroo Waaliyaawwanii ta’uun muudaman
Finfinnee, Caamsaa 7, 2015 (FBC) – Inistiraakter Daani'eel Gabramaariyaam leenjisaa yeroo garee Biyyaalessa Ityoophiyaa ta'uun muudaman Federeeshiniin Kubbaa Miilaa Ityoophiyaa beeksise.…
Arsenaal 0- 3 Biraayitan
Finfinnee, Caamsaa 6, 2015 (FBC) – Biraayitan Arsenaal injifachuun carraa hirmaannaa Liigii Awurooppaa bal'ifate.
Arsenaal dirree isaarratti Biraayitaniin goolii 3 fi 0n injifatamuun…
Naannoo Harariitti fiigichi daandirraa gaggeeffame
Finfinnee, Caamsaa 6, 2015 (FBC) – Naannoo Harariitti "Nageenyaaf nan fiiga" mataa duree jedhuun fiigichii daandirraa gaggeefameera.
Figicha kana dhaabbanni miti mootummaa 'Eastern…
Piriimaayeer Liigii Ingilaandiin har’a taphoonni murteessoon ni taphatamu
Finfinnee, Caamsaa 6, 2015 (FBC) – Piriimaayeer Liigii Ingilaandiin taphni har'a Eevartan Maanchiisteer Siitii, Arsenaal Biraayitan waliin taasiisan akkaan eegama.
Taphni waaree booda…
Shaampiyoonaan Ispoortii magaaloota godina Jimmaa eegale
Finfinnee, Caamsaa 2, 2015(FBC)- Shaampiyoonaan Ispoortii magaaloota godina Jimmaa guyyaa har'aa eegaleera.
Shaanpiyoonaa kana irratti ispoortessitoonni 700 ol maagaalota 36 irraa walitti…
Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaan har’a taphni Riyaal Maadridii fi Maanchiisteer Siitii gidduutti…
Finfinnee, Caamsaa 1, 2015 (FBC) – Tapha walakkaa xumuraa Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaa har’a gaggeeffamuun taphni Riyaal Maadridii fi Maanchiisteer Siitii gidduutti taphatamu akkaan…
Taphoota Piriimaayeer Liigii Ityoophiyaa torbee 23ffaan Walaayittaa Diichaa fi Adaamaan qabxii…
Finfinnee, Eebla 30, 2015 (FBC) – Taphni Beetkiingii Piriimaayeer Liigii Ityoophiyaa torbee 23ffaan har’a waaree booda Walaayittaa Diichaa fi Adaamaa gidduutti taphatame goolii 1 walqixa…
Gareen Biyyaalessa Ityoophiyaa tapha ramaddii Waancaa Afrikaa Maalaawwii waliin Moozaambikitti ni…
Finfinnee, Eebla 30, 2015 (FBC) – Gareen Kubbaa Miilaa Biyyaalessa Ityoophiyaa tapha ramaddii Waancaa Afrikaa 5ffaa Maalaawwii waliin Moozaambikitti kan taphatu ta’uu Federeeshiniin kubbaa…