Browsing Category
Ispoortii
Fiigicha meetira kuma 5 dhiirootan Atleetoonni Ityoophiyaa hin milkoofne
Finfinnee, Adoolessa 18, 2014 (FBC) – Shaampiyoonaa Atileetiksii Addunyaa 18ffaan fiigicha meetira kuma 5 dhiiroota gidduutti gaggeeffameen Atleetiin Noorweey 5 meedaaliyaa Warqee biyya…
Fiigichi xumuraa meetira 5000 dhiiraa har’a halkan gaggeeffama
Finfinnee, Adoolessa 17, 2014 (FBC) – Shaampiyoonaa Atileetiksii Addunyaa 18ffaarratti fiigichi xumuraa meetira kuma 5 dhiiraa har’a halkan gaggeeffama.
Halkan gara barii sa’aatii 10:35…
Fiigicha meetira kuma 5 Atleet Gudaaf Tsaggaayeen meedaaliyaa Warqee Ityoophiyaaf argamsiifte
Finfinnee, Adoolessa 17, 2014 (FBC) - Shaampiyoonaa Atleetiksii Addunyaa 18ffaa Ameerikaa Ooriiganitti gaggeeffamaa jiruun fiigicha xumuraa meetira kuma 5 halkan kana dubartoota gidduutti…
Ityoophiyaa 0 – 0 Sudaan Kibbaa
Finfinnee, Adoolessa 15, 2014 (FBC) - Taphi gulaallii Waancaa Chaan Gareen Kubbaa Miilaa Biyyaalessa Ityoophiyaa gita isaa Sudaan Kibbaa waliin taphate goolii malee qixa xumurameera.…
Gareen Kubbaa Miilaa Biyyaalessa Ityoophiyaa har’a gita isaa Sudaan Kibbaa waliin tapha gulaallii ni…
Finfinnee, Adoolessa 15, 2014 (FBC) – Gareen Kubbaa Miilaa Biyyaalessa Ityoophiyaa har’a gita isaa Sudaan Kibbaa waliin tapha gulaallii Shaampiyoonsi Liigii Afrikaaf ni taphata.…
Saadiyoo Maaneen taphataa cimaa Afrikaa bara 2022 ta’uun filatame
Finfinnee, Adoolessa 15, 2014 (FBC) - Taphataan sarara fuuldura garee biyyaalessaa Seeneegaalii fi Liivar Puul duraanii, Baayer Muuniik yeroo ammaa Saadiyoo Maaneen taphataa…
Halkan har’aa dorgommiiwwan Atleetoonni Ityoophiyaa itti hirmaataan 3 ni gaggeefamu
Finfinnee, Adoolessa 14, 2014 (FBC) – Shaampiyoonaa Atleetiksii Addunyaa 18ffaa gaggeeffamaa jiruun halkan har’aa dorgommiiwwan Atleetoonni Ityoophiyaa itti hirmaataan 3 ni…
Atleet Warqiwuhaa Geetaachoon fiigicha gufachiisaa meetira kuma 3 meedaaliyaa Meetii 4ffaa…
Finfinnee, Adoolessa 14, 2014 (FBC) - Shaampiyoonaa Atleetiksii Addunyaa 18ffaa Ameerikaa Ooriiganitti gaggeeffamaa jiruun Atleet Warqiwuhaa Geetaachoon fiigicha gufachiisaa meetira kuma…
Halkan har’aa dorgommiiwwan Atleetoonni Ityoophiyaa itti hirmaataan 3 ni gaggeefamu
Finfinnee, Adoolessa 13, 2014 (FBC) – Shaampiyoonaa Atleetiksii Addunyaa 18ffaa gaggeeffamaa jiruun halkan har’aa dorgommiiwwan Atleetoonni Ityoophiyaa itti hirmaataan 3 ni…
Shaampiyoonaa Atileetiksii Addunyaa 18ffaan Ityoophiyaan gabatee sadarkaa 2ffaarra teesseetti
Finfinnee, Adoolessa 12, 2014 (FBC)- Shaampiyoonaa Atileetiksii Addunyaa 18ffaa Ameerikaa Ooriiganitti gaggeeffamaa jiruun Ityoophiyaan gabatee sadarkaa 2ffaarra teesseetti.…