Browsing Category
Ispoortii
Maanchiisteer Siitii 4 – 1 Liiver Puul
Finfinnee, Bitootessa 23, 2015 (FBC) – Maanchiisteer Siitiin Liiver Puul goolii 4 fi 1n injifachuun morkii gara Waancaatti taasiisu cimsateera.
Tapha kilaboota lamaanii akkaan eegamaa…
Taphoonni Piriimayeer Liigii Ingilaandi torbee 29ffaan har’aa eegaluun ni taphatamu
Finfinnee, Bitootessa 23, 2015 (FBC) –Taphoonni Piriimayeer Liigii Ingilaandi torbee 29ffaan har'a tapha Maanchiisteer Siitii fi Liivar Puul gidduutti taphatamuun eegalama.
Piriimayeer…
Guyyaan tapha Waancaa Afrikaa 2024 ifoome
Finfinnee, Bitootessa 22, 2015 (FBC)- ‘CAF’ baatii fi guyyaa taphni Waancaa Afrikaa bara Faranjootaa 2024 Kotdiivaaritti gaggeeffamu ifoomse.
Konfedereeshiniin Kubbaa Miilaa Afrikaa akka…
Kilaboonni naannoo Tigraay hanga Caamsaa 24, 2015tti gabaasa akka godhan gaafatame
Finfinnee, Bitootessa 20, 2015 (FBC) - Kilaboonni naannoo Tigraay hanga Caamsaa 24, 2015tti gabaasa akka godhan Federeeshiniin Kubbaa Miilaa naannichaa gaafate.
Kilaboonni Kubbaa Miilaa…
Liyooneel Meesiin garee biyyaalessa Arjentiinaaf gooliin lakkoofsise 100 caale
Finfinnee, Bitootessa 20, 2015 (FBC) – Taphataan Sarara fuulduraa duraanii Baarseeloonaa fi PSG yeroo ammaa Liyoonel Andireen Meesiin garee biyyaalessa Arjentiinaaf gooliin galche 100 caale.…
Ityoophiyaa 2 – 3 Giinii
Finfinnee, Bitootessa 18, 2015 (FBC) – Gulaallii waancaa Afrikaaf taphni deebii Ityoophiyaa fi Giinii gidduutti gaggeeffame olaantummaa Giiniin xumurameera.
Gareen Kubbaa Miilaa…
Atleet Madinaa Isaa dorgommii Dubartootaa meetira kuma 5 injifatte
Finfinnee, Bitootessa 17, 2015 (FBC) – Atleet Madinaa Isaa dorgommii 'dursa Dubartootaaf' jedhuun Finfinneetti qophaa'e fageenya meetira kuma 5 injifatteerti.
Atleet Tsiggee Gabrasalaam…
Baayern Muunik leenjisaa isaa gaggeesse
Finfinnee, Bitootessa 15, 2015 (FBC) – Kilabni Kubbaa Miilaa Jarman Baayern Muunik leenjisaa isaa Juuliyaan Neeglisimaan leenjisummaarraa gaggeessuu beeksise.
Leenjisichi jijjiirama…
Kiristiyaanoo Roonaaldoon garee biyyaalessaaf yeroo 197 hiriiruun riikkardii haaraa galmeesse
Finfinnee, Bitootessa 15, 2015 (FBC) – Taphataan sarara fuulduraa Poorchuugaal Kiristiyaanoo Roonaaldoon garee Kubbaa Miilaa Biyyaalessaa biyyattiif yeroo 197 hiriiruun riikkardii haaraa…
Meesut Ooziil tapha kubbaa Miilaa dhaabuu beeksise
Finfinnee, Bitootessa 13, 2015 (FBC) – Taphataan sarara gidduu garee Biyyaalessa Jarman Meesut Ooziil tapha Kubbaa Miilaa dhaabuu beeksiseera.
Ga’eessi umrii waggaa 34 Meesut Ooziil…