Browsing Category
Ispoortii
Tapha pirimeerliigii Ingilaand Arseenaalii fi Maanchistar Yuunayitid gidduutti geggeeffame…
Finfinnee, Eebila 15, 2014 (FBC)-Tapha pirimeerliigii Ingilaand torbee 34ffaa Arseenaaliifi Maanchistar Yuunayitid gidduutti geggeeffame olaantummaa Arseenaaliin goolabameera.
Tapha…
Pirimeerliigii Ingilaand torbee 34ffaa dubbii jabaaf eegamu
Finfinnee, Eebila 15, 2014 (FBC)-Taphni pirimeerliigii Ingilaand torbee 34ffaan kilaboota gurguddoo Addunyaa kubbaa miilaan daran eegaman Arseenaalii fi Maanchistar Yuunaayitidiin…
Ramaddiin tapha calallii Waancaa Afrikaa 2023 ifoome
Finfinnee, Eebila 12, 2014 (FBC) – Ramaddiin tapha calallii Waancaa Afrikaa bara 2023 guyyaa kaleessaa ifoomeera.
Ityoophiyaan ramaddii D jalatti Gibtsi, Giinii fi Maalaawwii waliin…
Taphoota Beetkiing Priimayer Liigii Ityoophiyaa torbee 19ffaan Dirree Dawaan qabxii murteessaa…
Finfinnee, Eebila 10, 2014 (FBC) – Taphoota Beetkiing Priimayer Liigii Ityoophiyaa torbee 19ffaan Dirree Dawaan Jimmaa Abbaa Jifaar injifachuun qabxii murteessaa argateera.…
Dorgommiin Maaraatoonii Riilee Ityoophiyaa 17ffaan olaantummaa garee Baankii Daldalaa Ityoophiyaan…
Finfinnee, Eebila 9, 2014 (FBC) – Dorgommiin Maaraatoonii Riilee Ityoophiyaa 17ffaan olaantummaa garee Baankii Daldalaa Ityoophiyaan xumurameera.
Dorgommiin Maaraatoonii Riilee…
Figicha Walakkaa Maaraatoonii Kaazaakiistaan -Duushaanbeen Atleetoonni Ityoophiyaa milkaa’aan
Finfinnee, Eebila 9, 2014 (FBC) – Figicha Walakkaa Maaraatoonii Kaazaakiistaan -Duushaanbeen Atleetoonni Ityoophiyaa milkaa'aaniiru.
Dorgommii dubartoota gidduutti gaggeeffameen Atleet…
Ispoortiin biyyaafis dhuunfafis faayidaa hedduu qaba – MM Abiy Ahimad
Finfinnee, Eebila 8, 2014 (FBC) – Sirna Badhaasaa Ispoortii EBC - Baankii Daldalaa marsaa 4ffaaf gaggeeffamerratti kan argaman Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad Ispoortiin biyyaafis…
Atleet Sanbaree Tafarii dorgommii fiigichaa Boostan injifatte
Finfinnee, Eebila 8, 2014 (FBC) – Atleet Sanbaree Tafarii dorgommii fiigicha daandirrraa Kiiloo Meetira 5 Ameerikaa Boostanitti gaggeeffame injifatte.
Sanbareen fageenyicha daqiiqaa 14 fi…
Afrikaa Kibbaa 0 -3 Ityoophiyaa
Finfinnee, Eebila 7, 2014 (FBC) – Taphni gulaallii Waancaa Addunyaa garee kubbaa Miilaa dubartootaa Biyyaalessaa Ityoophiyaa umrii waggaa 17 gadii fi gita isaa Afrikaa Kibbaa waliin…
Shaampiyoonaan Teekaawaandoo Idil Addunyaa Afrikaa 2ffaan olaantummaa Ityoophiyaan xumurame
Finfinnee, Eebila 3, 2014 (FBC) – Ityoophiyaan Shaampiyoonaa Teekaawaandoo Idil Addunyaa Afrikaa 2ffaa olaantummaan golobde.
Shaampiyoonaa guyyoota lamaaf giddu gala…