Browsing Category
Ispoortii
Komishiniin Ispoortii FDRI Geezeexeessitoota Ispoortiif leenjii hubannoo cimsuu laataa jira
Finfinnee, Gurraandhala 5, 2013 (FBC) – Komishiniin Ispoortii FDRI Waajjira Farra Si’eessituu Biyyaaleessaa fi Waldaa Geezeexeessitoota Ispoortii waliin ta’uun Geezeexeessitoota Ispoortiif…
Atileet Gudaaf Tsaggaay riikaardii addunyaa meetira 1500 qabamee ture cabsite
Finfinnee, Gurraandhala 3, 2013 (FBC) –Atileet Gudaaf Tsaggaay Faransaay Leeviinitti kan gaggeeffame, waldorgoommi fiigichaa mana keessaa meetira 1500 riikaardii addunyaa qabamee ture…
Shaampiyoonaan Atileetiksii guddaattoota Oromiyaa 2ffaan guyyaa Asallaatti eegale
Finfinnee, Gurraandhala 2, 2013 (FBC)- Shaampiyoonaan Atileetiksii guddaattoota Oromiyaa 2ffaan guyyaa har'a magaalaa Asallaatti eegalameera.
Dorgommiin Atleetiksii guddattoota…
Shaampiyoonaan Ispoortii aadaa 26ffaa fi feestivaalli Ispoortii aadaa Oromiyaa 11ffaan eegale
Finfinnee, Gurraandhala 1, 2013 (FBC)- Shaampiyoonaan Ispoortii aadaa 26 fi feestivaali Ispoortii aadaa Oromiyaa 11ffaan magaalaa Lagaxaafoo Lagadaadhiitti bakka hoggantoonni olaanoo…
Taphoota Beetkiing Priimeyar Liigii Ityoophiyaa torbee 11ffaan Sabbataan yoo injifatu, Jimmaa Abbaa…
Finfinnee, Amajjii 27, 2013 (FBC) –Taphoota Beetkiing Priimeyar Liigii Ityoophiyaa torbee 11ffaa har’a gaggeeffameen Sabbataan Adaamaa yoo injifatu, Jimmaa Abbaa Jifaar Bahaar Daar waliin…
Taphoota Beetkiing Priimeyar Liigii Ityoophiyaa Torbee 10ffaan Adaamaan yoo injifatu Jimmaa Abbaa…
Finfinnee, Amajjii 23, 2013 (FBC) - Taphoota Beetkiing Priimeyar Liigii Ityoophiyaa torbee 10ffaa har’a gaggeeffameen Adaamaan yoo injifatu, Jimmaa Abbaa Jifaar injifatame.
Tapha har’a…
Waldorgommiin atileetiksii qaxxamuura idil addunyaa fi biyyaa 38ffaan Jaanmeedaa Sulultaatti…
Finfinnee, Amajjii 23, 2013 (FBC)- Waldorgommiin Atileetiksii qaxxamuura idil addunyaa fi biyyaa 38ffaan Jaanmeedaa Godina Addaa Naannawa Finfinnee magaalaa Sulultaatti gaggeffameera.…
Abbaan murtii atileetiksii fi leenjisaan obbo Isheetuu Bayyuu boqatan
Finfinnee, Amajjii 21, 2013 (FBC)- Abbaan murtii atileetiksii fi leenjisaan obbo Isheetuu Bayyuu addunyaarra kanarra du’aan boqachu Federeshiniin Atileetiksii Ityoophiyaa beeksise.…
Cheelsiin Firaank Laampaard gaggeesse
Finfinnee, Amajjii 17, 2013 (FBC) – Kilabiin Kubbaa Miilaa Lixa Landan Cheelsiin Leenjisaa isaa Firaank Laampaard gaggeessuu ibsame.
Taphataa cimaa kilabicha kan turan Firaank…
Priimeyar Liigii Ityoophiyaa torbee 9ffaa har’a gaggeeffameen Dirree Dawaan yoo injifatu,Hadiyyaa fi…
Finfinnee, Amajjii 17, 2013 (FBC) – Taphoota Beetkiing Priimeyar Liigii Ityoophiyaa torbee 9ffaa har’a gaggeeffameen Dirree Dawaan yoo injifatu,Hadiyyaa fi Hawaasaan goolii malee…