Browsing Category
Ispoortii
Gareen biyyoolessaa Ugaandaa magaalaa Baahir Daariin gale
Finfinnee, Hagayya 20, 2013 (FBC)- Garee biyyoolessaa Ityoophiyaa waliin Dilbata taphaa obbolummaa kan taasisuu gareen Biyyoolessaa Ugaandaa magaalaa Baahir Daariin galeera.
Feesbuukii…
Liivarpuul Mo Saalaa tapha garee biyyaalessaaf gadi dhiisuu dide
Finfinnee, Hagayya 18, 2013 (FBC) – Waldaan Kubbaa Miilaa Gibtsi Liivarpuul Mohaammad Saalaa biyyattiitti erguuf eeyyamuu akka dide beeksiise.
Mohammad Saalaan tapha garee…
Sagantaan Baniinsaa Paaraa Olompikii Tookiyoo bara 2020 gaggeeffame
Finfinnee, Hagayya 18, 2013 (FBC) – Sagantaan baniinsa Paaraa Olompikii Tookiyoo Bar 2020 sirnoora garaagaraan gaggeeffame.
Jilli garee Ispoortii Paaraa Olompikii Biyyaalessa…
Jilli Shaampiyoonaa Atleetiksii Addunyaa umrii 20 gadii Keeniyaatti qophaa’erratti hirmaachaa…
Finfinnee, Hagayya 17, 2013 (FBC)- Shaampiyoonaa Atleetiksii Addunyaa umrii 20 gadii Keeniyaatti dorgomamaa tureen gareen Ityoophiyaa Meedaaliyaa 12 argachuun addunyaarraa sadarkaa 4ffaan…
Arsenaal 0 – 2 Cheelsii
Finfinnee, Hagayya 16, 2013 (FBC) – Taphoota Priimeyar Liigii Ingilaand torbee 2ffaa har'a gaggeeffameen Cheelsii fi Tootanahaam morkattoota isaanii yoo injifatan, Maanchiisteer qixa ba'e.…
Shaampiyoonaa Atleetiksii Addunyaa umrii waggaa 20 gadii Ityoophiyaan sadarkaa 4 qabachuun xumurte
Finfinnee, Hagayya 16, 2013 (FBC) – Shaampiyoonaa Atleetiksii Addunyaa umrii waggaa 20 gadii 18ffaa Keeniyaa Naayiroobitti gaggeeffamaa tureen Ityoophiyaan sadarkaa 4 qabachuun xumurteerti.…
Atleet Miizan Alam Meedaaliyaa warqee 3ffaa Ityoophiyaaf argamsiifte
Finfinnee, Hagayya 16, 2013 (FBC) –Shaampiyoona Atleetiksii Addunyaa umrii waggaa 20 gadii Keeniyaa Naayiroobiitti gaggeeffamaa jiruun Atleet Miizan Alam Meedaaliyaa warqee 3ffaa…
Atleet Darribee Waltajjii fi Taaddasaa Taakkalaa meedaaliyaa meetii dabalataa Ityoophiyaaf…
Finfinnee, Hagayya 16, 2013 (FBC) –Shaampiyoonaa Atleetiksii Addunyaa umrii waggaa 20 gadii 18ffaa Keeniyaa Naayiroobitti gaggeeffamaa jiruun Atleet Darribee Waltajjii fi Taaddasaa Taakkalaa…
Taphoota Priimeyar Liigii Ingilaand torbee 2ffaan Liivar Puul,Astoon Villaa fi Maanchiisteer…
Finfinnee, Hagayya 15, 2013 (FBC) – Taphoota Priimeyar Liigii Ingilaand torbee 2ffaa har'a waaree booda gaggeeffameen Liivar Puul, Astoon Villaa fi Maanchiisteer Siitiin morkattoota…
Shaampiyoonaa Atleetiksii Addunyaa umrii waggaa 20 gadiin Ityoophiyaan meedaaliyaa warqee dabalataa…
Finfinnee, Hagayya 15, 2013 (FBC) – Shaampiyoonaa Atleetiksii Addunyaa umrii waggaa 20 gadii Keeniyaa Naayiroobiitti gaggeeffamaa jiruun Ityoophiyaan meedaaliyaa warqee dabalataa…