Browsing Category
Ispoortii
Gareen biyyaalessa Ityoophiyaa umrii waggaa 20 gadii gita isaa Sudaan 3 fi 2n injifate
Finfinnee, Sadaasa 16, 2013 (FBC) – Gareen Kubbaa Miilaa biyyaalessa Ityoophiyaa umrii waggaa 20 gadii gita isaa Sudaan waliin tapha gaggeesseen 3 fi 2n injifateera.…
Gareen biyyaalessa Ityoophiyaa umrii waggaa 20 gadii gita isaa Keeniyaan injifatame
Finfinnee, Sadaasa 14, 2013 (FBC) – Gareen biyyaalessa Ityoophiyaa umrii waggaa 20 gadii gita isaa Keeniyaan 3 fi 0n injifatameera.
Dorgommii gulaallii waancaa Bahaa fi…
Preezdaantii ‘CAF’ Ahimad Ahimad dhorkamni waggaa shanii irratti darbe
Finfinnee, Sadaasa 14, 2013 (FBC) – Federeeshiniin Asooseeshinii Kubbaa Miilaa Idil Addunyaa ‘FIFA’n Preezdaantii Konfedereeshiinii Kubbaa Miilaa Afrikaa Ahimad Ahimad dhorkama waggaa…
Gaardiyoolaan waggoottan dabalata lamaf Siitii waliin tureef waliigale
Finfinnee, Sadaasa 10, 2013 (FBC) – Leenjisaan Maanchisteer Siitii Peep Gaardiyoolaan waggoottan dabalataa 2f garicha waliin tureef waliigaltee mallatteesse.
Peep…
Leenjiisaan garee atileetiksii Baankii Daldala Ityoophiyaa Tafarii Makkoonnin boqatan
Finfinnee, Sadaasa 8, 2013 (FBC)- Leenjiisaan garee atileetiksi Baankii Daldala Ityoophiyaa Tafarii Makkoonnin du’aan addunyaa kanarraa boqataniiru.
Leenjiisaan Tafarii Makkoonnin…
Taphoonni priimeyar Liigii Ingilaanda marsaa 8ffaan har’aa eegaluun ni gaggeeffamu
Finfinnee, Onkololeessa 28, 2013 (FBC) - Taphoonni priimeyar Liigii Ingilaanda marsaa 8ffaan tapha har’a waaree booda Eevartanii fi Maanchiisteera Yuunaayitiid gidduutti gaggeeffamuun ni…
Waldorgommiin Figichaa fi Biskileetii Paarkii Inxooxxootti gaggeeffamufi
Finfinnee, Onkololeessa 23, 2013 (FBC) - Waldorgommiin Figichaa fi Biskileetii Paarkii Inxooxxootti gaggeeffamufi.
Waldorgommiin Figichaa fi Biskileetii Paarkii Inxooxxootti akka…
Gareen Biyyalessaa Ityoophiyaa Zaambiyaan 3 fi 2n injifatame
Finfinnee, Onkololeessaa 12, 2013 (FBC) - Gareen biyyaalessa Ityoophiyaa gita isaa Zaambiiyaan 3 fi 2n dirree isaarratti injifatame.
Tapha michoomaa Istaadiyeemii Finfinneetti…
Obbo Eeliyaas Shukuriin Preezdaantii Ejansii Farra Si’eessituu Idila Addunyaa waliin mari’tan
Finfinnee, Onkololeessaa 12, 2013 (FBC)- Komishinirri Komishinii Ispoortii FDRI obbo Eeliyaas Shukuriin Preezdaantii Ejansii Farra Si’eessituu Idila Addunyaa Wiitoold Baankaa waliin…
Shaampiyoons Liigii Awurooppaan Riiyaal Maadriid yoo injiftamu, Baayer Muunikii fi Liivar Puul…
Finfinnee, Onkololeessaa 12, 2013 (FBC) – Taphoota Shaampiyoons Liigii Awurooppaa marsaa duraa eda galgalaan Baayer Muunikii Atleetikoo Maadriid, Liivar Puul Ajax yoo injifatan, Riiyal…