Browsing Category
Ispoortii
Taphoota Waancaa Afrikaa har’a gaggeeffameen Zumbaabuween Giinii yoo injifattu Seeneegaal…
Finfinnee, Amajjii 10, 2014 (FBC) - Taphoota Waancaa Afrikaa 33ffaa har'a gaggeeffameen Zumbaabuween Giinii 2 fi 1 yoo injifattu Seeneegaal Maalaawwii waliin goolii malee qixata ba'aaniiru.…
Buurkiinaafaasoo 1 – 1 Ityoophiyaa
Finfinnee, Amajjii 9, 2014 (FBC) - Taphni Waancaa Afrikaa ramaddiin xumuraa har'a Buurkiinaafaasoo Ityoophiyaa gidduutti taphatame goolii 1 qixaan xumurame.
Goolii Siiriiyil Baayyaalaan…
Galgala har’aa Burkinaafaasoo Vs Ityoophiyaa
Finfinnee, Amajjii 9, 2014 (FBC) - Gareen Kubbaa Miilaa Biyyaalessaa Ityoophiyaa tapha ramaddii xumuraa har’a galgala Burkinaafaasoo waliin ni taphata.
Taphoota lamaan…
Taphoota Waancaa Afrikaa har’a waaree boodaa eegalee gaggeeffameen Tuuniziyaan Mooritaaniyaa…
Finfinnee, Amajjii 8, 2014 (FBC) - Taphoota Waancaa Afrikaa 33ffaa har'a waaree boodaa eegalee gaggeeffameen Tuuniziyaan Mooriitaaniyaa yoo injifatu Iyvoorii Koost Seeraliyoon waliin…
Shampiyoonaan Ispoortii Aadaa Godina Shawaa Kaabaa guyyoota sagaliif gaggeeffamaa ture har’a…
Finfinnee, Amajjii 8, 2014 (FBC) - Shampiyoonaan Ispoortii Aadaa Aanalee Godina Shawaa Kaabaa kudha sadii fi Bulchiinsa Magaalaa tokko jidduutti gosoota ispoortii aadaa Shaniin guyyoota…
Imalli lafoo daandirraa diyaaspoorawwan hirmaachise magaalaa Jigjigaatti gaggeeffame
Finfinnee, Amajjii 8, 2014 (FBC) - Imalli lafoo daandirraa diyaaspoorawwan hirmaachise naannoo Somaalee magaalaa Jigjigaatti gaggeeffameera.
Waamicha Muummee Ministiraa FDRI Abiy Ahimad…
Naayijeeriyaa 3 – 1 Sudaan
Finfinnee, Amajjii 7, 2014 (FBC) - Taphni Waancaa Afrikaa 33ffaa galgala kana biyyoota ramaddii 'D' Naayijeeriyaa fi Sudaan gidduutti gaggeeffame olaantummaa Naayijeetiyaan xumurame.…
Magaalaa Finfinneetti dorggommiin Ispoortii Aadaa 12ffaan gaggeeffamaa ture xumurame
Finfinnee, Amajjii 7, 2014 (FBC) – Magaalaa Finfinneetti dorggommii fi Feestivaalli Ispoortii Aadaa 12ffaan gaggeeffamaa ture guyyaa har’aa xumurame.
Qopheessummaa kutaa magaalaa…
Fiigichi Simannaa diyaaspooraa Magaalaa Adaamaatti gaggeeffama jira
Finfinnee, Amajjii 5, 2014 (FBC) – Fiigichi Simannaa diyaaspooraa Magaalaa Adaamaatti mata duree #No More#' jedhuun geggeeffamaa jira.
Fiigichichi simannaa diyaaspooraa kun fiigicha…
Taphoota waancaa Afrikaa har’a gaggeeffameen Maalaawwii fi Moorokoon morkattoota isaanii…
Finfinnee, Amajjii 6, 2014 (FBC) - Taphoota waancaa Afrikaa 33ffaa galgala har'aa gaggeeffameen Maalaawwii fi Moorokoon morkattoota isaanii yoo injifatan, Seeneegaala Giinii waliin qixa…