Browsing Category
Ispoortii
Ispoortiin tokkummaafi walooma cimsuu keessatti gahee olaanaa qaba- Obbo Tamasgeen Xurunaa
Finfinnee, Waxabajjii 10, 2017 (FMC)- Ispoortiin tokkummaafi walooma cimsuu keessatti gahee olaanaa qaba jedhan Ministira Muummee Itti aanaan Obbo Tamasgeen Xurunaan.
Obbo Tamasgeen…
Sirni baniinsa tapha Guutuu Itiyoophiyaa 6ffaan gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Waxabajjii 10, 2017 (FMC) – Sirni baniinsa tapha Guutuu Itiyoophiyaa marsaa 6ffaan magaalaa Jimmaa Istaadiyemii Yuunivarsiitii Jimmatti gaggeeffamaa jira.
Sagantichi bakka…
Taphni Guutuu Itiyoophiyaa 6ffaan har’a eegala
Finfinnee, Waxabajjii 10, 2017 (FMC) – Taphni Guutuu Itiyoophiyaa marsaa 6ffaan har'a magaalaa Jimmaa Istaadiyemii Yuunivarsiitii Jimmatti eegala.
Taphni guutuu Itiyoophiyaa marsaa 6ffaan…
Tapha Guutuu Itiyoophiyaa 6ffaaf qophiin xumurame
Finfinnee, Waxabajjii 8, 2017 (FMC) – Tapha Guutuu Itiyoophiyaa marsaa 6ffaa magaalaa Jimmaatti gaggeeffamuuf qophiin barbaachisu xumurame jedhe Biiroon Dargaggoo fi Ispoortii Oromiyaa.…
Xomborri Olompikii Oromiyaa keessa ture har’a Naannoo Giddugaleessa Itiyoophiyaaf dabarfamuuf…
Finfinnee, Waxabajjii 8, 2017 (FMC) – Naannoo Sidaamaarraa Oromiyaan kan simatame Xomborri Olompikii har'a Naannoo Giddugaleessa Itiyoophiyaaf dabarfamuuf imalaa jira.…
Gooticha abbaa meedaaliyaa warqee 24 Atileet Qananiisaa Baqqalaa
Finfinnee, Waxabajjii 6, 2017 (FMC) – Gooticha biyya isaaf meedaaliyaa warqee 24 argamsiise Atileet Qananiisaa Baqqalaa.
Atileetoonni Itiyoophiyaa hedduun dirree idil addunyaarratti…
Atileet Yeneewaa Nibrat fiigicha daayimandi Liigii meetira kuma 10 Osilootti dorgomame injifatte
Finfinnee, Waxabajjii 5, 2017 (FMC) – Atileet Yeneewaa Nibrat fiigicha daayimandi Liigii meetira kuma 10 Noorweey Osilootti dorgomame injifatte.
Atileet Yeneewaa…
Taphataan sarara fuulduraa duraanii garee biyyaalessaa Itiyoophiyaa Mulugeetaa Kabbaddaan boqote
Finfinnee, Waxabajjii 4, 2017 (FMC) – Taphataan sarara fuulduraa duraanii garee biyyaalessaa Itiyoophiyaa fi Kilaba Qiddus Giyoorgiis Mulugeetaa Kabbadaan addunyaa kanarraa boqote.…
Federeeshinichi imaammata eegumsa waliigalaa Atileetotaa hojiirra oolchuuf
Finfinnee, Waxabajjii 3, 2017 - Federeeshiniin Atileetiksii Itiyoophiyaa miidhaa irra deddeebiin atileetotarratti raawwatamu ittisuuf “imaammata Eeguimsa Waliigalaa Atileetotaa” hojiirra…
Madin Itiyoophiyaan shaampiyoonaa Piriimeer Liigii Itiyoophiyaa ta’e
Finfinnee, Waxabajjii 2, 2017 (FMC) - Madin Itiyoophiyaan shaampiyoonaa Piriimeer Liigii Itiyoophiyaa bara 2017 ta’e.
Kilabichi taphoonni 3 osoo hafuu seenaa keessatti yeroo jalqabaaf…