Browsing Category
Ispoortii
Dorgommiin qaxxaamura biyyaa Hurufa Boombii ( Jaan-Meedaa)37ffaan gaggeeffame
Finfinnee, Amajjii 17, 2012 (FBC) - Dorgommiin qaxxaamura biyyaa Hurufa Boombii idila addunyaa 37ffaan guyyaa har’aa gosoota Ispoortii 6 gaggeeffameera.
Fiigicha kiloo meetira 6…
Qabxii taphoota priimiyar liigii Ityoophiyaa torbee 10ffaa
Finfinnee, Amajjii 16, 2012 (FBC) - Qabxii taphoota priimiyar liigii Ityoophiyaa torbee 10ffaa.
Taphoota har'aatin;
Sabbataa 2 - 1 Hawaasaa
Sihuul Shiree 1 – 1 Jimmaa Abbaa Jifaar…
MM Dooktar Abiy koree Olompikii Tookyoo waliin mari’atan
Finfinnee, Amajjii 15, 2012 (FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimaad koree biyyooleessaa qophii Olompikii Tookyoo qindeessuuf hundaa’e waliin mari’atan.
Koreen kun qophii…
Fiigichi maaraatoonii Duubaay olaantummaa atleetota Ityoophiyaatin xumurame
Finfinnee, Amajjii 15, 2012 (FBC) – Fiigicha maaraatoonii Duubaay barii kana gaggeeffameen atleetonni Ityoophiyaa koorniyaa lamaaninuu injifataniiru.
Fiigicha maaraatoonii barii har’aa…
Ityoophiyaan tapha gulaallii Waancaa Addunyaa Kuwaataariif Gaanaa fi Afrikaa Kibbaa waliin ramadamte
Finfinnee, Amajjii 14, 2012 (FBC) – Gareen Biyyaaleessa Ityoophiyaa tapha gulaallii Waancaa Addunyaa bara Faranjootaa 2022 Kuwaatariif Gaanaa fi Afrikaa Kibbaa waliin ramadamte.
Ramaddii…
Badhaasni atleetii ciccimoo Afrikaa 2019 ifoome
Finfinnee, Amajjii 13, 2012 (FBC) –Badhaasni atleetii ciccimoo Afrikaa bara Faranjootaa 2019 ifoome.
Preezdaantiin Koonfedereeshinii Atleetiksii Afrikaa atleetota badhaasa atleetii cimaa…
Atleetonni Ityoophiyaa dorgommii idil addunyaa Sanbataa fi Dilbata gaggeeffameen qabxii boonsaa…
Finfinnee, Amajjii 11, 2012 (FBC) - Atleetonni Ityoophiyaa dorgommii idil addunyaa Sanbataa fi Dilbata gaggeeffameen qabxii boonsaa galmeessisaniiru.
Waldorgommii maraatoonii Muumbaay…
Qabxii taphoota priimiyar liigii Ityoophiyaa torbee 9ffaa
Finfinnee, Amajjii 9, 2012 (FBC) - Qabxii taphoota priimiyar liigii Ityoophiyaa torbee 9ffaa.
Taphoota har'aatin;
Hadiyyaa Hoossaa'inaa 1 - 1 Q/goorgiis
…
Gareen kubbaa miillaa dubartoota Ityoophiyaa gitasaa Buuruundii 5f 0dhaan injifate
Finfinnee, Amajjii 9, 2012 (FBC) – Gareen kubbaa miillaa dubartoota biyyoolessaa Ityoophiyaa umrii waggaa 20 gadii tapha gulaallii waancaa addunyaatin har'a Buuruundii waliin taphachuudhan…
Dorgommiin maaraatoonaa Qananiisaa fi Kiipchoogee hawwiidhan eegamaa jira
Finfinnee, Amajjii 8, 2012 (FBC) – Dorgommiin maaraatoonaa Qananiisaa Baqqalaa fi Kiipchoogeen magaalaa Landanitti taasisan hawwiidhan eegamaa jira.
Atleet Qananiisaa…