Browsing Category
Ispoortii
Atleet Miizan Alam Meedaaliyaa warqee 3ffaa Ityoophiyaaf argamsiifte
Finfinnee, Hagayya 16, 2013 (FBC) –Shaampiyoona Atleetiksii Addunyaa umrii waggaa 20 gadii Keeniyaa Naayiroobiitti gaggeeffamaa jiruun Atleet Miizan Alam Meedaaliyaa warqee 3ffaa…
Atleet Darribee Waltajjii fi Taaddasaa Taakkalaa meedaaliyaa meetii dabalataa Ityoophiyaaf…
Finfinnee, Hagayya 16, 2013 (FBC) –Shaampiyoonaa Atleetiksii Addunyaa umrii waggaa 20 gadii 18ffaa Keeniyaa Naayiroobitti gaggeeffamaa jiruun Atleet Darribee Waltajjii fi Taaddasaa Taakkalaa…
Taphoota Priimeyar Liigii Ingilaand torbee 2ffaan Liivar Puul,Astoon Villaa fi Maanchiisteer…
Finfinnee, Hagayya 15, 2013 (FBC) – Taphoota Priimeyar Liigii Ingilaand torbee 2ffaa har'a waaree booda gaggeeffameen Liivar Puul, Astoon Villaa fi Maanchiisteer Siitiin morkattoota…
Shaampiyoonaa Atleetiksii Addunyaa umrii waggaa 20 gadiin Ityoophiyaan meedaaliyaa warqee dabalataa…
Finfinnee, Hagayya 15, 2013 (FBC) – Shaampiyoonaa Atleetiksii Addunyaa umrii waggaa 20 gadii Keeniyaa Naayiroobiitti gaggeeffamaa jiruun Ityoophiyaan meedaaliyaa warqee dabalataa…
Gareen Biyyaalessa Ityoophiyaa gulaallii Waancaa addunyaa marsaa jalqabaa Hagayya 28, 2013 ni…
Finfinnee, Hagayya 15, 2013 (FBC)- Gareen Biyyaalessa Ityoophiyaa gulaallii Waancaa addunyaa marsaa jalqabaa bara 2022 Kuwaataritti gaggeeffamuuf Hagayya 28, 2013 ni taphata.…
Ityoophiyaan dorgommi dhiiroota meetira kuma shaniin meedaliyaa Birrii argatte
Finfinnee, Hagayya 13, 2013 (FBC)- Shaampiyoonaa Atleetiksii addunyaa umrii waggaa 20 gadii Keeniyaan Naayiroobiitti gaggeeffamaa jiruun Ityoophiyaan dorgommi dhiiroota meetira kuma shaniin…
Preezdaant Saahilawarq jila Atleetiksii Paaraa Olompikii Tookiyoorratti hirmaatu gaggeessan
Finfinnee, Hagayya 12, 2013 (FBC) – Preezdaantiin FDRI Saahilawarq Zawdeen jila garee Atleetiksii Paaraa Olompikii Tookiyoorratti hirmaachuuf ulaagaa guutan gaggeessaniiru.
Preezdaant…
Shaampiyoonaan Kilaboota Kubbaa miillaa Godinaalee fi magaalota Oromiyaa 19ffaan Magaalaa Ambootti…
Finfinnee, Hagayya 10, 2013 (FBC) - Shaampiyoonaan Kilaboota Kubbaa miillaa Godinaalee fi magaalota Oromiyaa 19ffaan kilaboota 36 hirmaachise Magaalaa Ambootti gaggeeffamaa jira.…
Maanchiisteer Yuunaaytiid 5 – 1 Liidis Yuunaaytiid
Finfinnee, Hagayya 8, 2013 (FBC) – Taphoota Priimayer Liigii Ingilaand bara 2021/22 torbee jalqabaan Maanchiisteer Yuunaaytiid goolii 5 fi 1n Liidis Yuunaaytiid injifate.
Tapha baniinsaa…
Hawaasni Ispoortii Raayyaa Ittisa Biyyaa cinaa hiriiruun birmadummaa biyyaa eeguu qaba jedhame
Finfinnee, Hagayya 8, 2013 (FBC) – Hawaasni Ispoortii Raayyaa Ittisa Biyyaa cinaa hiriiruun birmadummaa biyyaa eeguu akka qabu Komishinarri Komishinii Ispoortii obbo Nasir Huseen ibsan.…