Browsing Category
Ispoortii
Shaampiyoonaan Atileetiksii Oromiyaa goolabame
Finfinnee, Mudde 13, 2017 (FMC)- Shaampiyoonaan Atileetiksii Oromiyaa Magaalaa Asallaatti gaggeffamaa ture goolabameera.
Dorgommiin Shaampiyoona Atleetiksii Fiigicha gabaabaa, giddu…
Silashii Sihiin Pireezidaantii Federeeshinii Atileetiksii Itiyoophiyaa ta’uun filatame
Finfinnee, Mudde 13, 2017 (FMC)- Atileet Silashii Sihiin Pireezidaantii Federeeshinii Atileetiksii Itiyoophiyaa ta’uun filatameera.
Federeeshiniin Atileetiksii Itiyoophiyaa yaa’ii idilee…
Kiristaal Paalaas 1 – 5 Arsenaal
Finfinnee, Mudde 12, 2017 (FMC) – Taphoota Piriimeer Liigii Ingilaandi torbee 17ffaa halkan kana taphatameen Arsenaal Kiristaal Paalaas injifate.
Arsenaal galchii 5 fi 1n Kiristaal…
Niwuukaasilii fi Notiingihaam Forest morkattoota isaanii yoo injifatan, Weest Haam qabxii qoodate
Finfinnee, Mudde 12, 2017 (FMC) – Taphoota Piriimeer Liigii Ingilaandi torbee 17ffaa galgala kana taphatameen Niwuukaasilii fi Notiingihaam Forest morkattoota isaanii yoo injifatan, Weest…
Federeeshinich Yaa’ii Waliigalaa 28ffaa gaggeessuu eegale
Finfinnee, Mudde 12, 2017 (FMC) – Federeeshiniin Atileetiksii Itiyoophiyaa Yaa’ii Waliigalaa 28ffaa gaggeessuu eegaleera.
Damee Atileetiksii Itiyoophiyaa addunyaatti beeksisuu keessatti…
Taphoonni Piriimeer Liigii Ingilaandi torbee 17ffaan har’a waaree boodaa eegalee taphatama
Finfinnee, Mudde 12, 2017 (FMC) – Taphoota Piriimeer Liigii Ingilaandi torbee 17ffaa har’a waaree boodaa eegalee taphatamuun morkiin kilabootaa gidduutti taasifamu hawwiin eegama.…
Taphoonni Piriimeer Liigii Itiyoophiyaa torbee 12ffaa hanga 19ffaa Adaamaatti taphatama jedhame
Finfinnee, Mudde 11, 2017 (FMC) – Taphoonni Piriimeer Liigii Itiyoophiyaa torbee 12ffaa hanga 19ffaa Istaadiyeemii Yuuniversiitii Saayinsii fi Teeknooloojii Adaamaatti kan taphatamu ta’uu…
Atileet Dirribeen dorgommii’Grand slam Track’ irratti hirmaachuuf waliigaltee…
Finfinnee, Mudde 11, 2017 (FMC) – Atileet Dirribee Waltajjiin dorgommii dhuunfaa kan ta’e fiigicha'Grand slam Track' irratti hirmaachuuf waliigaltee mallatteessuu ibsame.
Atileet…
Piriimeer Liigii Oromiyaan Sabbataan Muka Xurii, Galaan ammoo Gimbii injifatan
Finfinnee, Mudde 10, 2017 (FMC) – Piriimeer Liigii Oromiyaa torbee 2ffaan kilabni Kubbaa Miilaa Kutaa Magaalaa Sabbataa Muka Xurii, Galaan ammoo Gimbii injifataniiru.
Sabbataan galchii 2…
Viiniishiyas Juuniyer taphataa filatamaa bara kanaa FIFA ta’e
Finfinnee, Mudde 8, 2017 (FMC)-Taphataan Sarara fuulduraa Kilaba Kubbaa Miilaa Riyaal Maadiriid Viiniishiyas Juuniyer taphataa filatamaa bara 2024 FIFA ta’uun filatame.
Leenjisaan Riyaal…