Browsing Category
Ispoortii
Astoon Viilaan Fuulhaamiin goolii 3 fi 1’n injifate
Finfinnee, Fulbaana 18, 2018 (FMC) – Tapha Piriimer Liigii Ingiliz torbee 6ffaan Astoon Viilaan Fuulhaamiin goolii 3 fi 1’n injifateera.
Taphni Arsenaal fi Niwukaastil Yuunaayitid galgala…
Piriimeer Liigii Ingiliiziin taphni har’a Niwuukaasiil Arsenaal keessummeessuu ni eegama
Finfinnee, Fulbaana 18, 2018 (FMC) – Piriimeer Liigii Ingiliiz torbee 6ffaan taphni har’a Niwuukaasiil Arsenaal keessummeessuu hawwiin eegama.
Har’a waaree booda sa’aatii 10:00 eegalee…
Taphoota Piriimeer Liigii Ingiliiz torbee 6ffaan..
Finfinnee, Fulbaana 17, 2018 (FMC) – Taphoonni Piriimeer Liigii Ingiliiz torbee 6ffaan har’aa eegaluun taphatamu.
Har’a waaree booda sa’aatii 8:30 eegalee Bireentifoordi – Maanchiister…
Federeeshiniin Atileetiksii Itiyoophiyaa bu’aa gadi aanaa galmaa’eef dhiifama gaafate
Finfinnee, Fulbaana 16, 2018(FMC)- Federeeshiniin Atileetiksii Itiyoophiyaa bu’aa gadi aanaa Shaampiyoonaa Atileetiksii Addunyaa 20ffaa irratti galmaa’eef dhiifama gaafate.
Pirezidaantiin…
Sirni carraa baasuu Piriimeer Liigii Itiyoophiyaa bara 2018 gaggeeffame
Finfinnee, Fulbaana 15, 2018 (FMC) - Sirni carraa baasuu Piriimeer Liigii Itiyoophiyaa bara 2018 har’a gaggeeffameera.
Haaluma kanaan taphni torbee jalqabaa darbii Magaalaa Finfinnee Buna…
Olompikiin guddattoota Itiyoophiyaa gaggeeffamuufi
Finfinnee, Fulbaana 14, 2018 (FMC) – Olompikiin guddattoota Itiyoophiyaa 2ffaan Onkololeessa dhufu keessa Finfinneetti gaggeeffama jedhe Koreen Olompikii Itiyoophiyaa.
Dorgommichi…
Maaduukeen baatiiwwan lamaaf dirree irraa ni fagaata
Finfinnee, Fulbaana 13, 2018 (FMC) – Taphataan sarara fuulduraa Arseenaal Noonii Maaduukeen sababa miidhaan baatiiwwan lamaaf dirree irraa akka fagaatu dhagahameera.
Taphatichi tapha…
Jilli Atileetiksii Itiyoophiyaa Finfinnee gale
Finfinnee, Fulbaana 13, 2018(FMC) - Jilli Atileetiksii Itiyoophiyaa Shaampiyoonaa Atileetiksii Addunyaa 20ffaa Jaappaan Magaalaa Tookiyootti gaggeeffamaa turerratti hirmaate Finfinnee…
Arsenaal 1 – 1 Maanchiister Siitii
Finfinnee, Fulbaana 11, 2018 (FMC) – Taphni guddaan torbee 5ffaa Piriimeer Liigii Ingiliiz Arsenaalii fi Maanchiister Siitii gidduutti taphatame qixaan xumurame.
Taphni Arsenaalii fi…
Itiyoophiyaa 1 – 1 Keeniyaa
Finfinnee, Fulbaana 11, 2018 (FMC) – Gareen Kubbaa Miilaa Dubartootaa Biyyaalessa Itiyoophiyaa umrii waggaa 20 gadi gita isaa Keeniyaa waliin qixa bahe.
Tapha gulaallii Waancaa Addunyaa…