Browsing Category
Ispoortii
Antooniyoo Ruudigar taphoota 6 irraa dhorkame
Finfinnee, Ebla 22, 2017 (FMC)- Taphataan sarara ittisaa Riyaal Maadriid Antooniyoo Ruudigar taphoota 6 irraa akka dhorkamu ifoomeera.
Antooniyoo Ruudigar tapha waancaa koppaa Deel Reey…
Kilaboota Seenaa keessatti maqaasaanii barreessuu barbaadan lamaan
Finfinnee, Ebla 21, 2017 (FMC) – Arsenaalii fi PSG’n waancaa Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaa injifachuun seenaa hojjechuu barbaadu.
Kilaboonni lamaanuu seenaa isaanii keessatti waancaa…
Tapha walakkaa xumuraa Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaan taphni har’a Arsenaal PSG waliin…
Finfinnee, Ebla 21, 2017 (FMC) –Tapha walakkaa xumuraa Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaan taphni marsaa jalqabaa har'a Arsenaal PSG waliin taphatu ni eegama.
Taphni walakkaa xumuraa marsaan…
Liigii Olaanoo Itiyoophiyaan Kilabiin Kubbaa Miillaa Dubartootaa Shaggar Qiddus Giyoorgiis injifate
Finfinnee, Ebla 20, 2017 (FMC) – Taphoota Liigii Olaanaa Dubartootaa Itiyoophiyaa torbee 22ffaan Kilabiin Kubbaa Miillaa Dubartootaa magaalaa Shaggar galchii 2 fi 0n Qidduus Giyoorgiis…
Feestivaala Ispoortii Poolisii Baha Afrikaan Atileetoonni dubartootaa poolisii Itiyoophiyaa fiigicha…
Finfinnee, Ebla 20, 2017 (FMC) – Feestivaala Ispoortii Poolisii Baha Afrikaa 5ffaa Finfinneetti gaggeeffamaa jiruun Atileetoonni dubartootaa poolisii Itiyoophiyaa fiigicha meetira kuma 10…
Dorgommii Adiidaas Jarmanitti gaggeeffameen atileetonni Itiyoophiyaa injifatan
Finfinnee, Ebla 18, 2017 (FMC) – Dorgommii Adiidaas Adiizeeroo guyyaa har’aa Jarmanitti gaggeeffameen atileetonni Itiyoophiyaa injifatan.
Dorgommii fiigicha kiiloomeetira 5 dubartootaan…
Piriimeer liigii Ingilaandiin har’a taphoonni murteessoon ni taphatamu
Finfinnee, Ebla 18, 2017 (FMC) – Taphoota piriimeer liigii Ingilaandi torbee 34ffaan har'a taphoonni murteessoon ni taphatamu.
Hirmaannaa Shaampiyoonsi liigii Awurooppaa argachuuf…
Piriimeer Liigii Oromiyaan Dambi Doolloon Galaan injifate
Finfinnee, Ebla 17, 2017 (FMC) – Taphoota Piriimeer Liigii Oromiyaa torbee 17ffaa har’a taphatameen Dambi Doolloon Galaan injifateera.
Tapha har’a waaree booda sa’aatii 10:00…
Tapha walakkaa xumuraa Waancaa Itiyoophiyaan Shaggar Walaayittaa Diichaa waliin ni morkata
Finfinnee, Ebla 17, 2017 (FMC) – Kilabiin Kubbaa Miilaa Bulchiinsa Magaalaa Shaggar tapha xumuraa Waancaa Itiyoophiyaaf darbuuf boru falmiin Walaayittaa Diichaa waliin gaggeessu hawwiin…
Morkii jabaa boru Baarseloonaa fi Riyaal Maadriid gidduutti gaggeeffamu
Finfinnee, Ebla 17, 2017 (FMC) – Morkiin Eelkilaasikoo tapha Waancaa Kooppaa ‘Del Rey’ Baarseloonaa fi Riyaal Maadirid gidduutti boru gaggeeffamu hawwiin eegama.
Masaanummaa siyaasaa…