Browsing Category
Ispoortii
Itiyoophiyaan Taanzaaniyaa waliin Tapha ni taasifti
Finfinnee, Sadaasa 7, 2017 (FBC)- Gareen Kubbaa Miilaa Biyyaalessa Itiyoophiyaa har’a tapha gulaallii Waancaa Afrikaa marsaa 5ffaa Taanzaaniyaa waliin ni taphata.
Taphichi har’a galgala…
Buunyessaa Maayik Taayisan Buunyessaa Jeek Paawuliin injifatame
Finfinnee, Sadaasa 7, 2017 (FBC) – Dorgommii Buunyaa har’a barii taasiifameen Buunyessaa beekamaan Maayik Taayisan Jeek Jooseef Paawuliin injifatameera.
Taayisan waggoota 19 booda…
Falmii Buunyaa ga’eessa umrii waggaa 58 fi daggaggoo umrii waggaa 27 gidduutti galgala kana…
Finfinnee, Sadaasa 6, 2017 (FBC) – Falmiin har’a galgala buunyessaan Maayik Taayisan, Buunyessaa beekamaa Jeek Jooseef Pool waliin taasiisu hawwiin eegama.
Falmiin har’a halkan sa’aati…
Taphoota Liigii Olaanoo Itiyoophiyaan Shaggar, Daddabiit injifachuun dursummaa isaa cimsate
Finfinnee, Sadaasa 5, 2017 (FBC) - Taphoota Liigii Olaanoo Itiyoophiyaan Kilabni Kubbaa Miilaa magaalaa Shaggar, Daddabiit injifachuun dursummaa isaa cimsateera.
Tapha har'a waaree booda…
Tapha CAF’n Kilabni Kubbaa Miilaa Dubartootaa Baankii Daldala Itiyoophiyaa galchii hedduu…
Finfinnee, Sadaasa 4, 2017 (FBC) -Tapha ramaddii 2ffaa Shaampiyoonsi Liigii Dubartootaa CAF'n Baankiin Daldalaa Itiyoophiyaa Kilaba Afrikaa Kibbaa Maameloodii Sandaawunsiin galchii 4 fi 0n…
Atileet Simboo Alamaayyoon Atileetii dubartii cimtuu waggaa 20 gadii 3 keessa tokko taate
Finfinnee, Sadaasa 3, 2017 (FBC) – Atileet Simboo Alamaayyoon Atileetii dubartii cimtuu waggaa 20 gadii badhaasa bara Faranjootaa 2024'f kaadhimaman sadi keessaa tokko ta'uu Federeeshiniin…
Biraayitan galchii 2 fi 1n Maanchister Siitii injifate
Finfinnee, Onkololeessa 30, 2017 (FBC) – Tapha Piriimeer Ingilaandi torbee 11ffaa halkan kana taphatameen Biraayitan galchii 2 fi 1n Maanchister Siitii injifateera.
Maanchister Siitiin…
Bireentifoord, Fuulhaamii fi Woolviis morkattoota isaanii injifatan
Finfinnee, Onkololeessa 30, 2017 (FBC) – Taphoota Piriimeer Ingilaandi torbee 11ffaa har'a taphatameen Bireentifoord, Fuulhaam fi Woolviis morkattoota isaanii yoo injifatan, Weest Haam…
Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaan taphni har’a Intermiilaan – Arsenaal waliin taasisu ni eegama
Finfinnee, Onkololeessa 27, 2017 (FBC) – Taphoonni Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaa marsaa 4ffaan guyyaa 2ffaan har’a itti fufuun ni taphatamu.
Har’a galgala sa’aatii 2:45 irraa jalqabee…
Taphoonni Shaampiyoonsi Liigii har’as itti fufanii gaggeeffamu
Finfinnee, Onkololeessa 26, 2017 (FBC)- Shaampiyoonsi liigii Awurooppaa marsaa 4ffaan har’a galgala taphoonni Riyaal Maadiriid Essimiilaan waliin, Liivarpuul Baayerliivarkuusan waliin…