Browsing Category
Ispoortii
Atileet Hawwii Fayyisaa Rikardii fooyyessuun injifatte
Finfinnee, Onkololeessa 17, 2017 (FBC)-Atileet Hawwii Fayyisaa Fiigicha Maaraatoonii Firaankifartitti gaggeeffame rikardii fooyyessuun injifatte.
Dorgommii Maaraatoonii Dubartootaa Jarman…
Morkiin Arsenaalii fi Liiverpuul har’aa ni eegama
Finfinnee, Onkololeessa 17, 2017 (FBC)- Piriimerliigii Ingiliz torbee 9ffaan har’a taphoonni afur ni gaggeeffamu.
Har’a sa’aatii 11:00 irraa eegaluun Kiristaal Paalaas Totenhaam Hotisper…
Atileet Yoomiif Qajeelchaan Rikardii Haaraa galmeesse
Finfinnee, Onkololeessa 17, 2017 (FBC)- Atileet Yoomiif Qajeelchaan rikardii haaraa Fiigicha Maaraatoonii Walakkaa Addunyaa galmeesse.
Atileet Yoomiif dorgommii Maaraatoonii Walakkaa…
Falmiin Eelkilaasikoo har’a halkan gaggeeffama
Finfinnee, Onkololeessa 16, 2017 (FBC) –Falmii jabaan Addunyaa Riyaal Maadridii fi Baarseloonaa walitti fidu Eelkilaasikoon har'a halkan sa'aatii 4:00 irraa eegalee gaggeeffama.
Ga'umsi…
Piriimeer Liigii Itiyoophiyaan Adaamaan Magaalaa Hawaasaa injifate
Finfinnee, Onkololeessa 15, 2017 (FBC) – Taphoota Piriimeer Liigii Itiyoophiyaa torbee 5ffaa har'a taphataneen Adaamaan galchii 2 fi 0n Magaalaa Hawaasaa injifateera.
Tapha har'a galgala…
Leenjisaa Asiraat Hayileen du’aan addunyaa kanarraa boqotan
Finfinnee, Onkololeessa 15, 2017 (FBC) – Seenaa Kubbaa Miilaa Itiyoophiyaa keessatti gumaacha olaanaa kan qaban taphataa fi leenjisaan duraanii garee biyyaaleessa Itiyoophiyaa Asiraat…
Taphoota Piriimeer Ingilaandi torbee 9ffaan taphni Arsenaal Liivarpuul,Cheelsiin ammoo Niwuukaasiil…
Finfinnee, Onkololeessa 15, 2017 (FBC) – Taphoonni Piriimeer Liigii Ingilaandi torbee 9ffaan tapha har’a halkan sa’aatii 4:00 irraa eegalee Leesister Siitiin Nootiingihaam Foresti waliin…
Atileet Madiinaa Iisaan Rikardii fiigicha meetira kuma 5’n galmeessite ragga’e
Finfinnee, Onkololeessa 14, 2017 (FBC)- Fiigicha meetira kuma 5 dubartoota umrii 20 gadiin Rikardiin Atileetii Itiyoophiyaa Madiinaa Iisaan galmaa’e ragga’e.
Baatii darbee Beeljiyam…
Leenjisaa Masaay Tafariin taphattoota 23’f waamicha taasiisan
Finfinnee, Onkololeessa 13, 2017 (FBC) – Leenjisaan Garee Kubbaa Miilaa Biyyaalessa Itiyoophiyaa Masaay Tafariin Gulaallii Waancaa Biyyoota Afrikaa Onkoloolessa 21 fi 24, 2017 Itiyoophiyaan…
Itiyoophiyaan tapha gulaallii Waancaa Chaaniif Ertiraa waliin taphatti
Finfinnee, Onkololeessa 13, 2017 (FBC) – Itiyoophiyaan tapha gulaallii Waancaa biyyoota Afrikaaf Ertiraa waliin taphatti.
Itiyoophiyaan tapha gulaallii dhaqaa gala Sudaan Kibbaa Magaalaa…