Browsing Category
Ispoortii
Shaampiyoonaa Atileetiksii Addunyaa umrii waggaa 20 gadii Itiyoophiyaan Afrikaarraa sadarkaa 1ffaa…
Finfinnee, Hagayya 26, 2016 (FBC) - Shaampiyoonaa Atileetiksii Addunyaa umrii waggaa 20 gadii Peeruu Magaalaa Liimaatti gaggeeffame Itiyoophiyaan Afrikaarraa sadarkaa 1ffaa fi Addunyaarraa…
Arsenaalii fi Biraayitan qixa addaan ba’an
Finfinnee, Hagayya 25, 2016 (FBC)- Tapha Piriimerliigii Ingiliz torbee 3ffaan Arsenaal dirree isaarratti Biraayitan Hoof Albiyooniin keessummeessuun qixa 1 fi 1’n addaan ba’aniiru.
Gama…
Dorgommiiwwan sadii Itiyoophiyaanonni ni injifatuun eegamu har’a ni gaggeeffamu
Finfinnee, Hagayya 25, 2016 (FBC)- Har’a kan xumuramu Shampiyoonaan Atleetiksii Idil Addunyaa Umrii 20 gadiin dorgommiiwwan sadii Atileetonni Itiyoophiyaa ni injifatuun eegaman ni…
Atileet Siimboo Alamaayyoon rikardii dorgommichaa fooyyessuun meedaaliyaa Warqee injifatte
Finfinnee, Hagayya 24, 2016 (FBC) – Dorgommii Shaamiyoonaa Atileetiksii Addunyaa Umrii Waggaa 20 gadiin Atileet Siimboo Alamaayyoon fiigicha gufachiisaa meetira kuma 3 rikardii bakkichaa…
Dorgommii Shaampiyoonaa Atileetiksii Addunyaan har’a fiigichi xumuraa Atileetoonni…
Finfinnee, Hagayya 24, 2016 (FBC) –Dorgommii Shaampiyoonaa Atileetiksii Addunyaa umrii waggaa20 gadii Peeruu magaalaa Liimaatti gaggeeffamaa jiruun har'a fiigichi xumuraa Atileetoonni…
Kilabni Kubbaa Miilaa Dubartootaa Baankii Daldala Itiyoophiyaa shaampiyoonaa ta’e
Finfinnee, Hagayya 23, 2016 (FBC) – Dorgommii Shaampiyoonsi Liigii Dubartootaa CAF tapha gulaallii biyyoota CECAFAtiin, Baankiin Daldalaa Itiyoophiyaa kilaba Kubbaa Miilaa keeniyaa Poolis…
Shaampiyoonaa Atileetiksii Addunyaa umrii waggaa 20 gadiin har’a fiigichi xumuraa gufachiisa meetira…
Finfinnee, Hagayya 23, 2016 (FBC) – Shaampiyoonaa Atileetiksii Addunyaa umrii waggaa 20 gadii Peeruu magaalaa Liimaatti gaggeeffamaa jiruun har’a fiigichi xumuraa gufachiisa meetira kuma 3…
Dorgommiiwwan Fiigichaa Itiyoophiyaan irratti hirmaattu lama ni gaggeeffamu
Finfinnee, Hagayya 21, 2016 (FBC)- Shaampiyoonaan Atleetiksii umrii 20 gadii Peeruu Liimaatti gaggeeffamu har’a ni jalqaba.
Sagantichaan dorgommiiwwan Itiyoophiyaan irratti hirmaattu lama…
Kilabni kubbaa miilaa dubartootaa Baankii Daldalaa Itiyoophiyaa Shaampiyoonsi Liigii Dubartootaa CAF…
Finfinnee, Hagayya 20, 2016 (FBC) – Shaampiyoonsi Liigii Dubartootaa CAF dorgommii gulaallii CECAFA, Baankiin Daldala Itiyoophiyaa KilabaYugaandaa Kaweempe Musiliim Leediis…
Atileet Garbaa Dibaabaan fiigicha Walakkaa Maaraatoonii Boonas Ayiresitti gaggeeffame injifate
Finfinnee, Hagayya 20, 2016 (FBC) – Atileet Garbaa Dibaabaan fiigicha Walakkaa Maaraatoonii Arjentiinaa magaalaa Boonas Ayiresitti gaggeeffame injifateera.
Atileet Garbaan…