Browsing Category
Ispoortii
Taphoota Olompikii 33ffaa Paariis
Finfinnee, Adoolessa 20, 2016 (FBC) - Taphoonni Olompikii Paariis 2024 eda ifatti banameera.
Taphoota Olompikii Paariis 2024 kanaaf medaaliyaan warqee 329 qophaa'eera.
Atileetoonni…
Olompikiin Paaris 2024 har’a ifatti banama
Finfinnee, Adoolessa 19, 2016 (FBC)- Olompikiin Paaris 33ffaan har’a galgala sa’aatii 2:30 irraa eegale sagantaa garaagaraan ni banama.
Jilli Atileetiksii Itiyoophiyaa marsaa jalqabaa…
Gareen Itiyoophiyaa Olompikii Paarisirratti hirmaatu marsan jalqabaa Paaris gale
Finfinnee, Adoolessa 18, 2016 (FBC)- Gareen Itiyoophiyaa Olompikii Paariis 33ffaarratti hirmaatu marsaan jalqabaa Faransaay Magaalaa Paariis galeera.
Gareen Itiyoophiyaa miseensotaa 40…
Ramaddiin gulaallii shaampiyoonsi Liigii dubartoota CAF dorgommiin Zoonii CECAFA ifoome
Finfinnee, Adoolessa 17, 2016 (FBC) – Ramaddiin gulaallii shaampiyoonsi Liigii dubartoota CAF dorgommiin Zoonii CECAFA ifoomuu Federeeshiniin Kubbaa Miilaa Itiyoophiyaa beeksiise.
Haaluma…
Kilabni Ispoortii Machaal Birrii biiliyoona 1 walitti qabuu beeksise
Finfinnee, Adoolessa 15, 2016 (FBC) - Kilabni Ispoortii Machaal sosochii 'Machaal Itiyoophiyaaf' jedhuun Birrii biiliyoona 1 walitti qabuu beeksiseera.
Sagantaan sosochichaa % 99…
Olompikii Paarisiif Tikkeettiwwan miiliyoonni 8.8 gurguramuu ibsame
Finfinnee, Adoolessa 14, 2016 (FBC) - Olompikii Faransaay Paarisiitti Jimaata dhufuu eegalee gaggeeffamuuf Tikkeettiwwan miiliyoonni 8.8 gurguramuu Koreen Olompikii Idil Addunyaa ibse.…
Ispoortessaa filatamaa jaarraa 21ffaa Afrikaa jedhamuutti kabaja olaanaatu natti dhaga’ama-Atileet…
Finfinnee, Adoolessa 13, 2016 (FBC)- Ispoortessaa filatamaa jaarraa 21ffaa Afrikaa jedhamuutti kabajaa olaanatu natti dhaga’ama jechuun Atileet Qananiisaa Baqqalaan ibse.
Atileet…
Atileet Qananiisaa Baqqalaan Ispoortessaa filatamaa Afrikaa jedhame
Finfinnee, Adoolessa 13, 2016 (FBC)- Atileet Qanaaniisaa Baqqalaan Ispoortessaa filatamaa Afrikaa jaarraa 21ffaa jedhame.
ESPN ispoortessitoota filatamoo jaarraa 21ffaa Afrikaa 10…
Baatii dhufu Shaampiyoonaan Buunyaa Itiyoophiyaatti gaggeeffama jedhame
Finfinnee, Adoolessa 12, 2016 (FBC)- Baatii Hagayyaa dhufu Shaampiyoonaan Buunyaa Idil Addunyaa Finfinneetti kan gaggeeffamu ta’uu Konfedereeshiniin Buunyaa Afrikaa beeksise.
Ministirri…
Deeggartoonni Baarseloonaa Niikoo Wiiliyaam mallatteessisuuf TikTokiin maallaqa walitti qabuu…
Finfinnee, Adoolessa 12, 2016 (FBC) – Deeggartoonni Baarseloonaa kilabichi Niikoo Wiiliyaam qabeenya isaa akka taasiisuuf Akkaawuntii TikTokiin maallaqa walitti buusuu eegalaniiru.
Kilaba…