Browsing Category
Ispoortii
Ingilizii fi Neezerlaandi keessaa Ispeen waliin kan morkatu har’a adda ba’a
Finfinnee, Waxabajjii 3, 2016 (FBC)-Waancaa Awurooppaa 17ffaan tapha har’a gaggeeffamuun gareen Ispeen waliin Waancaaf Morkatu har’a adda ba’a.
Tapha har’a Ingilizii fi Neezerlaandi…
Ispeen tapha xumuraa Waancaa Awurooppaaf dabarte
Finfinnee, Adoolessa 2, 2016 (FBC) - Tapha Walakkaa xumuraa halkan kana taphatameen Ispeen, Faransaay injifachuun tapha xumuraa Waancaa Awurooppaaf dabarte.
Ispeen galchii 2 fi 1n…
Kilaba Kubbaa Miilaa Baankii Daldala Itiyoophiyaaf badhaasni kenname
Finfinnee, Adoolessa 2, 2016 (FBC) - Shaampiyoonaa Piriimeer Liigii Itiyoophiyaa bara 2016 kan ta'e Kilaba Kubbaa Miilaa Baankii Daldala Itiyoophiyaaf badhaasni kennameera.
Taphattoota,…
Bunni Itiyoophiyaa Waancaa Itiyoophiyaa injifate
Finfinnee, Waxabajjii 30, 2016 (FBC) –Bunni Itiyoophiyaa Waancaa Itiyoophiyaa bara 2016 injifateera.
Bunni Itiyoophiyaa tapha xumuraa waancaa Itiyoophiyaa Waalaayittaa Diichaa waliin…
Atileet Abrahaam Simeen fiigicha gufachiisaa meetira kuma 3 Paarisitti gaggeeffame inijfate
Finfinnee, Waxabajjii 30, 2016 (FBC) –Atileet Abrahaam Simeen fiigicha Daayimandi Liigii gufachiisaa meetira kuma 3 Paarisitti gaggeeffame inijfateera.
Atileet Abrahaam fageenyicha…
Fiigichi Maaraatoonii Atileet Kumalaa Abbabee Biqilaa 40ffaan Atileetoota 324 hirmaachise…
Finfinnee, Waxabajjii 30, 2016 (FBC) – Fiigichi Maaraatoonii Atileet Kumalaa Abbabee Biqilaa Atileetoota 324 hirmaachise Naannoo Sidaamaa magaalaa Hawaasaatti gaggeeffameera.
Dorgommii…
Fiigichi daandirraa mata duree, “Hunduu nageenyaaf, nageenyi hundaaf’ jedhu magaalaa…
Finfinnee, Waxabajjii 30, 2016 (FBC) – Walta'iinsa Biiroo Dargaggoofi Ispoortii Oromiyaafi Biiroo Bulchiinssafi Nageenyaa Oromiyaan akka naannoo Oromiyaatti fiigichi “Nageenyi Hundaaf;…
Nageenya keenya waloon waaressuu Itti fufna – Aadde Adaanech Abeebee
Finfinnee, Waxabajjii 30, 2016 (FBC) – Fiigichi daandirraa mata duree, Nageenyi Hundaaf, Hunduu nageenyaaf' jedhu magaalaa Finfinneetti gaggeffameera.
Fiigicha kanarratti Ministiroonni,…
Uraagaay Biraaziil injifachuun tapha walakkaa xumuraaf dabarte
Finfinnee, Waxabajjii 30, 2016 (FBC) – Waancaa Kooppa Ameerikaan Uraagaay rukkuttaa adda bahiinsaan Biraaziil injifachuun tapha walakkaa xumuraaf dabarte.
Tapha barii kana taphatameen…
Baankiin Daldalaa Itiyoophiyaa Shaampiyoonaa Piriimerliigii Itiyoophiyaa ta’e
Finfinnee, Waxabajjii 29, 2016 (FBC)- Baankiin Daldalaa Itiyoophiyaa Shaampiyoonaa Piriimerliigii Itiyoophiyaa bara 2016 ta’e.
Tapha piriimerliigichaa torbee 30ffaa har’a Istaadiyamii…