Browsing Category
Ispoortii
Waancaa Awurooppaan taphni Ingilizii fi Siwiizarlaandi gidduutti taphatamu akkaan eegama
Finfinnee, Waxabajjii 29, 2016 (FBC)-Tapha Waancaa Biyyoota Awurooppaa 17ffaan taphni Ingilizii fi Siwiizarlaandi gidduuttii taphatamuu akkaan eegama.
Sagantaa taphaa nuusa xumuraa…
Ispeen tapha walakkaa xumuraaf dabarte
Finfinnee, Waxabajjii 28, 2016 (FBC) – Waancaa Awurooppaan Ispeen, Jarman injifachuun tapha walakkaa xumuraaf dabarte.
Ispeen galchii 2 fi 1n Jarman injifachuuf tapha walakkaa xumuraaf…
Atileetoonni Taphoota Olompikii Paarisirratti Itiyoophiyaa bakka bu’an ifooman
Finfinnee, Waxabajjii 28, 2016 (FBC) – Federeeshiniin Atileetiksii Itiyoophiyaa Atileetoota taphoota Olompikii Paarisirratti Itiyoophiyaa bakka bu’an ifoomseera.
Atileet Gudaaf…
Piriimeer Liigii Itiyoophiyaan Qiddus Giyoorgis Magaalaa Faasiil injifate
Finfinnee, Waxabajjii 27, 2016 (FBC) – Taphoota Piriimeer Liigii Itiyoophiyaa torbee 30ffaa har’a taphatameen Qiddus Giyoorgis Magaalaa Faasiil injifateera.
Tapha har’a waaree boodaa…
Itiyoophiyaan gulaallii Waancaa Afrikaa 2025’f Rippaablika Diimokiraatawaa Koongoo, Giinii fi…
Finfinnee, Waxabajjii 27, 2016 (FBC) – Gareen Kubbaa Miilaa Biyyaalessa Itiyoophiyaa gulaallii Waancaa Afrikaa 2025’f Rippaablika Diimokiraatawaa Koongoo, Giinii fi Taanzaaniyaa waliin…
Teen Haag Yuunaayitiid waliin waliigaltee haaraa mallatteessan
Finfinnee, Waxabajjii 27, 2016 (FBC) – Leenjisaan Maanchister Yuunaayitiid Eerik Teen Haag kilabicha waliin waliigaltee haaraa hanga bara 2026'tti turu mallatteessaniiru.
Teen Haag bara…
Poorchuugaal tapha nuusa xumuraaf dabarte
Finfinnee, Waxabajjii 24, 2016 (FBC) –Poorchuugaal Islooveeniyaa injifachuun tapha nuusa xumuraaf dabarte.
Tapha moo'anii darbuu halkan kana taphatameen sa'aatiin idilee galchii malee…
Faransaay Beeljiyamiin 1 fi 0’n injifatte
Finfinnee, Waxabajjii 24, 2016 (FBC)– Tapha Waancaa Awurooppaa 17ffaa har’a gaggeeffameen Faransaay Beeljiyamiin 1 fi 0’n injifatteetti.
Haaluma kanaan Faransaay gara taphaa nuusa…
Dhalattoota Afrikaa lammiilee Ispeen Waancaa Awurooppaarratti ga’umsa olaanaa argisiisaa jiran
Finfinnee, Waxabajjii 24, 2016 (FBC) – Dhalattoota Afrikaa lammiilee Ispeen Waancaa Awurooppaarratti ga’umsa olaanaa agarsiisaa jiran Niikoo Wiiliyaamsii fi Laamiin Yaamaal.
Hidda…
Taphoota moo’anii darbuu waancaa Awurooppaan taphni har’a Faransaayii fi Beeljiyeem gidduutti…
Finfinnee, Waxabajjii 24, 2016 (FBC) – Taphoota moo’anii darbuu waancaa Awurooppaa 17ffaa Jarmanitti gaggeeffamaa jiruun taphni har’a Faransaayii fi Beeljiyeem gidduutti…