Browsing Category
Ispoortii
Piriimerliigichaan Baankiin Daldalaa itiyoophiyaa fi Magaalaan Walqixxee injifatan
Finfinnee, Waxabajjii 23, 2016 (FBC)- Tapha Piriimerliigii Itiyoophiyaan Baankiin Daldalaa Itiyoophiyaa fi Magaalaan Walqixxee morkattoota isaanii injifataniiru.
Tapha torbee 29ffaan hara…
Fiigichi daandiirraa kiiloo metira 10 “Machaal Itiyoophiyaaf” milkiin xumurameera
Finfinnee, Waxabajjii 23, 2016 (FBC)-Fiigichi daandiirraa kiiloo metira 10 "Machaal Itiyoophiyaaf" Addabaabaayii Masqalaatti gaggeeffame milkiin xumurameera.
Saganticharratti Gorsaa…
Taphoonni moo’anii darbuu Waancaa Awurooppaa har’aa eegaluun ni taphatamu
Finfinnee, Waxabajjii 22, 2016 (FBC) – Taphoota moo’anii darbuu Waancaa Awurooppaa17ffaan har’a taphoonni lama ni taphatamu.
Taphoonni moo’anii darbuu kun tapha har’a galgala sa’aatii…
Jila Atileetiksii Itiyoophiyaaf sagantaan beekamtii kennuu gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Waxabajjii 21, 2016 (FBC) – Jila Atileetiksii Itiyoophiyaa Shaampiyoonaa Afrikaarratti hirmaateef sagantaan beekamtii kennuu Hoteela Giyoonitti gaggeeffamaa jira.
Jilli kun…
Taphataan duraanii Maanchistar Yunaayitid Luwiis Naaniin gara Itiyoophiyaa dhufuufi
Finfinnee, Waxabajjii 20, 2016 (FBC)- Waggaa 80ffaa hundeeffama Kilaba Ispoortii “Machaal” kabajuuf qophiin xumuramuu Walitti Qabaan Boodii Kilabichaa Dooktar Seefuu Geetaahuun ibsan.…
Itiyoophiyaan Shaampiyoonaa Atileetiksii Afriikaa 23ffaa meedaaliyaa 10 argachuun xumurte
Finfinnee, Waxabajjii 20, 2016 (FBC) – Itiyoophiyaan Shaampiyoonaa Atileetiksii Afriikaa 23ffaa Kaameeruunitti gaggeeffaamaa ture meedaaliyaa 10 argachuun xumurte
Shaampiyoonaa…
Joorjiyaa fi Turki tapha moo’atanii darbuuf gahan
Finfinnee, Waxabajjii 19, 2016 (FBC) – Waancaa biyyoota Awurooppaa 17ffaa galgala kana taphatameen Joorjiyaa fi Turki tapha moo'atanii darbuuf gahaniiru.
Tapha ramaddii marsaa xumuraa…
Roomaaniyaa, Beeljiyeemii fi Isloovaakiyaan tapha moo’atanii darbuuf gahan
Finfinnee, Waxabajjii 19, 2016 (FBC) – Waancaa biyyoota Awurooppaa 17ffaa galgala kana taphatameen Roomaaniyaa, Beeljiyeemii fi Isloovaakiyaan tapha moo'atanii darbuuf gahaniiru.
Tapha…
Itiyoophiyaan fiigicha gufachiisaa meetira kuma 3 Meedaaliyaa Meetii argatte
Finfinnee, Waxabajjii 19, 2016 (FBC) – Shaamiyoonaa Atileetiksii Afrikaa Kaameerunitti gaggeeffamaa jiruun Itiyoophiyaan fiigicha gufachiisaa meetira kuma 3 Meedaaliyaa meetii argatte.…
Adeemsi Waancaa Awurooppaan Deenmaarkii fi Islooveeniyaan sadarkaa 2ffaa fi 3ffaa itti argatan ijoo…
Finfinnee, Waxabajjii 19, 2016 (FBC) – Adeemsi Waancaa Awurooppaan Deenmaarkii fi Islooveeniyaan sadarkaa 2ffaa fi 3ffaa itti argatan hawaasa Ispoortii Kubbaa miilaa biratti ijoo dubbii…