Browsing Category
Ispoortii
Abbubakar Naasiriin Kilaba Maameeloodii Sandaawunsi waliin gargara bahe
Finfinnee, Waxabajjii 19, 2016 (FBC) – Taphatan Sarara fuulduraa Garee Kubbaa Miilaa Biyyaalessa Itiyoophiyaa Abbubakar Naasiriin Kilaba Afrikaa Kibbaa Maameeloodii Sandaawunsi waliin…
Waancaa Awurooppaan taphoonni har’a biyyoota ramaddii ‘E’ jala jiran gidduutti taasiifamu hawwiin…
Finfinnee, Waxabajjii 19, 2016 (FBC) –Waancaa Awurooppaa17ffaan taphoonni har’a biyyoota ramaddii ‘E’ jala jiran gidduutti taasiifamu hawwiin eegama.
Har’a galgala sa’aatii 1:00 eegalee…
Faransaayii fi Ostiriyan tapha mo’atanii darbuuf ga’an
Finfinnee, Waxabajjii 18, 2016 (FBC)- Tapha Waancaa Awurooppa sa’aatii 1:00rraa eegalee gaggeeffameen Faransaayii fi Ostiriyaan taphaa mo’atanii darbuuf darbuu danda’aniiru.
Faransaay…
Ijibbaata falmii tapha mo’ataanii darbuu Waancaa Awurooppaaf har’a taasifamu
Finfinnee, Waxabajjii 18, 2016 (FBC)-Taphoota Waancaa Awurooppaa 17ffaaf har’a taphatamaniin falmii tapha mo’ataanii darbuuf taasifamuun Faransaay, Ingilizii fi Neezerlaandiin ijibbataa…
Dorgommii tarkaanfiin Itiyoophiyaan Warqee argattee
Finfinnee, Waxabajjii 18, 2016 (FBC)- Shaampiyoonaa atileetiksii Afrikaa 23ffaan dorgoommii tarkaanfiin Itiyoophiyaan koorniyaa lamaaniin meedaaliyaa warqee argatte.
Dorgommii…
Waancaa Awurooppaan Xaaliyaaniin tapha moo’atanii darbuuf dabarte
Finfinnee, Waxabajjii 17, 2016 (FBC) – Taphoota Waancaa biyyoota Awurooppaa halkan kana taphatameen Xaaliyaaniin Kirooshiyaa waliin qixa baatus tapha moo'atanii darbuuf dabarteerti
Tapha…
Machaal hundeeffama isaa waggaa 80ffaa qophiilee garaagaraan kabajaa jira
Finfinnee, Waxabajjii 17, 2016 (FBC) – Kilabni Ispoortii Machaal hundeeffama isaa waggaa 80ffaa qophiilee garaagaraan kabajaa jira.
Guyyaa hundeeffama isaa waggaa 80ffaa mata duree…
Waancaa Awurooppaan har’a taphni Xaaliyaanii fi Kirooshiyaa gidduutti taphatamu hawwiin eegama
Finfinnee, Waxabajjii 17, 2016 (FBC) – Waancaa Awurooppaa 17ffaan har’a taphoonni marsaa xumuraa ramaddiiwanii biyyoota ramaddii ‘B’gidduutti taasiifamu ni eegama.
Halkan saa’aatii 4:00…
Fiigicha meetira kuma 10 Boostanitti fiigame Atileetoonni Itiyoophiyaa injifatan
Finfinnee, Waxabajjii 17, 2016 (FBC) – Fiigicha meetira kuma 10 Boostanitti dubartoota gidduutti dorgomameen Atileetoonni Itiyoophiyaa 1ffaa hanga 3ffaa ba’uun injifataniiru.
Atileet…
Piriimeer Liigii Itiyoophiyaan Qiddus Giyoorgisii fi Baankiin Daldalaa qixa bahan
Finfinnee, Waxabajjii 16, 2016 (FBC) – Taphoota Piriimeer Liigii Itiyoophiyaa torbee 28ffaa har'a taphatameen Qiddus Giyoorgisii fi Baankiin Daldalaa Itiyoophiyaa galchii 1 qixa xumuruun…