Browsing Category
Ispoortii
Islooveeniyaa 1- 1 Sarbiyaa
Finfinnee, Waxabajjii 13, 2016 (FBC) – Waancaa Awurooppaan taphni Islooveeniyaa fi Sarbiyaa gidduutti taphatame galchii 1 qixaan xumurameera.
Taphni har'a waaree booda sa'aatii 10:00…
“Machaal Itiyoophiyaaf”mata duree jedhuun sagantaan baatii tokkoof turu gaggeeffamuufi
Finfinnee, Waxabajjii 13, 2016 (FBC)- Waggaa 80ffaa hundeeffama Kilaba Ispoortii “Machaal” ilaalchisuun sagantaaleen garaagaraa baatiif tokkoof turu kan gaggeeffamu ta’uun ibsame.…
Waancaa Awurooppaan har’a taphni Ispeen Xaaliyaanii fi Deenmaark Ingilaandi waliin taphatan hawwiin…
Finfinnee, Waxabajjii 13, 2016 (FBC) – Taphoota Waancaa Awurooppaa 17ffaan har’a taphni Ispeen Xaaliyaanii fi Deenmaark Engilaandi waliin taphatan hawwiin eegama.
Taphoota…
Kirooshiyaan fi Albaaniyaa qixa xumuran
Kirooshiyaa fi Albaaniyaan qixa xumuran
Finfinnee, Waxabajjii 12, 2016 (FBC)-Tapha Waancaa Awurooppaa 2024 Kirooshiyaa fi Albaaniyaan 2 fi 2’n walqixa xumuraniiru.
Tapha gulaallii…
Har’a Jarman Hangaarii waliin ni tapahatti
Finfinnee, Waxabajjii 12, 2016 (FBC)-Tapha Waancaa Awurooppaa har’a gaggeeffamuun keessummeessitu taphichaa Jarmanii fi Hangaarii gidduutti taphni gaggeeffamu kan eegamuudha.
Sagantaan…
Jilli Atileetota Itiyoophiyaa gara Kaameeruunitti imale
Finfinnee, Waxabajjii 12, 2016 (FBC)- Jilli Atileetota Itiyoophiyaa Shaampiyoonaa Atileetiksii Afrikaa 23ffaarratti hirmaatu gara Kaameeruunitti imaleera.
Shaampiyoonaan Atileetiksii…
Sagantaan taphoota Piriimeer Liigii Ingilaandi bara 2024/25 ifoome
Finfinnee, Waxabajjii 11, 2016 (FBC) – Sagantaan taphoota Piriimeer Liigii Ingilaandi bara 2024/25 ifoomeera.
Haaluma kanaan bara Faranjootaa Hagayya 16, 2024 Maanchisteer Yuunaayitiid…
Waancaa biyyoota Awurooppaa 17ffaa oolmaa guyyaa 5ffaan har’a taphoonni 2 ni taphatamu
Finfinnee, Waxabajjii 11, 2016 (FBC) – Waancaa biyyoota Awurooppaa 17ffaa oolmaa guyyaa 5ffaan har’a galgala sa’aatii 1:00 irraa eegalee taphoonni 2 ni taphatamu.
Haaluma kanaan galgala…
Isloovaakiyaan 1 fi 0’n Beeljiyemiin injifatte
Finfinnee, Waxabajjii 10, 2016 (FBC)-Tapha Waancaa Awurooppaa har galgalaa gaggeeffameen Isloovaakiyaan 1 fi 0'n Beeljiyemiin injifatte.
Tapha Waancaa Awurooppaa kanaan galgala kana…
Jila Itiyoophiyaa Shaampiyoonaa Atileetiksii Afrikaarratti hirmaatuuf gaggeessan taasifame
Finfinnee, Waxabajjii 10, 2016 (FBC)- Jila Itiyoophiyaa Shaampiyoonaa Atileetiksii Afrikaa 23ffaarratti hirmaatuuf gaggeessaan taasifame.
Shaampiyoonicharratti Itiyoophiyaan dubartoota 34…