Browsing Category
Ispoortii
Jila Itiyoophiyaa Shaampiyoonaa Atileetiksii Afrikaarratti hirmaatuuf gaggeessan taasifame
Finfinnee, Waxabajjii 10, 2016 (FBC)- Jila Itiyoophiyaa Shaampiyoonaa Atileetiksii Afrikaa 23ffaarratti hirmaatuuf gaggeessaan taasifame.
Shaampiyoonicharratti Itiyoophiyaan dubartoota 34…
Waancaa biyyoota Awurooppaa 17ffaa oolmaa guyyaa 4ffaan har’a taphoonni 3 ni taphatamu
Finfinnee, Waxabajjii 10, 2016 (FBC) – Waancaa biyyoota Awurooppaa 17ffaa oolmaa guyyaa 4ffaan har’a waaree booda sa’aatii 10:00 irraa eegalee taphoonni 3 ni taphatamu.
Haaluma kanaan…
Itiyoophiyaan dorgommii buunyaa Ruwaandaatti gaggeeffameen meedaaliyaa Warqee 2 argatte
Finfinnee, Waxabajjii 10, 2016 (FBC) – Itiyoophiyaan dorgommii buunyaa Ruwaandaa Magaalaa Kiigaaliitti gaggeeffame meedaaliyaa Warqee 2 fi Waancaa argatte.
Gennet Tsaggaayeen ulfaatina…
Neezerlaandi Poolaandiin 2 fi 1’n injifatte
Finfinnee, Waxabajjii 9, 2016 (FBC)- Tapha Waancaa Awurooppaa 17ffaa baranaan, tapha har’a gaggeeffameen Neezerlaandi Poolaandiin 2 fi 1’n injifatteetti.
Taphaa guyyaa har’a gaggeeffamuu…
Tapha Waancaa Awurooppaan Har’a taphoonni 3 ni taphatamu
Finfinnee, Waxabajjii 9, 2016 (FBC)-Tapha Waancaa Awurooppaa 2024'n har'a taphoonni 3 ni taphatamu
Haaluma kanaan sa'aatii 10:00 irratti Poolaand Neezerlaandi waliin, sa'aatii 1:00…
Siwiizarlaand galchii 3 fi 1n Hangaarii injifatte
Finfinnee, Waxabajjii 8, 2016 (FBC) – Taphoota Waancaa Awurooppaa har'a gaggeeffameen gareen Kubbaa Miilaa biyyaalessa Siwiizarlaand galchii 3 fi 1n kan Hangaarii injifateera.
Taphni…
Adaamaan galchii 5 fi 0n Hawaasaa injifate
Finfinnee, Waxabajjii 8, 2016 (FBC) – Taphoota Piriimeer Liigii Itiyoophiyaa torbee 27ffaa har'a gaggeeffameen Kilabni magaalaa Adaamaa galchii 5 fi 0n Magaalaa Hawaasaa injifateera.…
Taphoota Waancaa Awurooppaa 17ffaan har’a taphoonni 3 ni taphatamu
Finfinnee, Waxabajjii 8, 2016 (FBC) –Taphoota Waancaa Awurooppaa 17ffaa oolmaa guyyaa 2ffaan har’a waaree booda sa’aatii 10:00 irraa jalqabee taphoonni 3 ni taphatamu.
Sa’aatii…
Taphoonni Waancaa Awurooppaa 17ffaan Istaadiyeemoota 10 keessatti taphatamu
Finfinnee, Waxabajjii 7, 2016 (FBC) – Taphoonni Waancaa Awurooppaa 17ffaan qopheessummaan Jarmaniin gaggeeffamu Istaadiyeemoota 10 keessatti taphatamu.
Taphoonni Waancaa Awurooppaa 2024…
Waancaan biyyoota Awurooppaa 2024 har’a eegala
Finfinnee, Waxabajjii 7, 2016 (FBC) – Waancaan biyyoota Awurooppaa 2024 qopheessummaa Jarmaniin gaggeeffamu har’a eegala.
Har’a halkan sirni baniinsaa kan gaggeeffamu yoo ta’uu, sa’aatii…