Browsing Category
Ispoortii
Piriimeer Liigii Itiyoophiyaan taphni Baankii Daldalaa fi Bahirdaar gidduutti taphatame qixaan…
Finfinnee, Waxabajjii 6, 2016 (FBC) –Taphoota Piriimeer Liigii Itiyoophiyaa torbee 27ffaan taphni har’a waaree booda sa’aatii 9:00 irraa jalqabee Baankii Daldalaa Itiyoophiyaa fi Bahirdaar…
Piriimeer Liigiin Itiyoophiyaa torbee 27ffaan har’a ni eegala
Finfinnee, Waxabajjii 6, 2016 (FBC) – Sababa taphoota gulaallii Waancaa Addunyaan adda citee kan ture taphoonni Piriimeer Liigii Itiyoophiyaa torbee 27ffaan har’a eegalee ni…
Dorgommiin Maaraatoonii Kumalaa Abbabaa Biqilaa 40’ffaan Waxabajjii 30 gaggeeffama
Finfinnee, Waxabajjii 5, 2016 (FBC)- Dorgommiin Maaraatoonii Kumalaa Abbabaa Biqilaa 40ffaan Waxabajjii 16, 2016 gaggeeffamuuf ture Waxabajjii 30, 2016 akka gaggeeffamu ragaan Federeeshinii…
Tapha Gulaallii Waancaa Afrikaan Itiyoophiyaa fi Jibuutiin qixa xumuran
Finfinnee, Waxabajjii 2, 2016 (FBC)- Tapha Gulaallii Waancaa Afrikaa ramaddii 4ffaan Itiyoophiyaa fi Jibuutiin qixa xumuran.
Itiyoophiyaa fi Jibuutiin Morookootti galgala kana tapha…
Eenzoo Maareeskaan leenjisaa Cheelsii ta’an
Finfinnee, Caamsaa 26, 2016 (FBC) – Lammiin Xaaliyaanii Eenzoo Maareeskaan leenjisaa Cheelsii ta’uun mallattoo isaanii kaa’an.
Cheelsiin jijjiirraa Eenzoo Maareeskaaf Yuuroo…
Jilli garee Kubbaa Miilaa biyyaalessa Itiyoophiyaa gara Giinii Bisaw imale
Finfinnee, Caamsaa 26, 2016 (FBC) –Jilli garee Kubbaa Miilaa biyyaalessa Itiyoophiyaa tapha gulaallii Waancaa Addunyaa taphachuuf gara Giinii Bisaw imale.
Jilli taphattoota 23 of…
Lammeechaa Girmaan Fiigicha gufachiisaa meetira kuma 3’n sa’aatii saffisaa galmeessuun injifate
Finfinnee, Caamsaa 26, 2016 (FBC) –Fiigicha gufachiisaa Daayimandi Liigii meetira kuma 3’n Siwiidiinitti gaggeeffamee Atileet Lammeechaa Girmaan sa’aatii saffisaa galmeessuun injifateera.…
Fiigicha Kiiloo Meetira 10 Maadriditti fiigameen dhiiraan Atileet Daawwit Waldeen yoo injifatu,…
Finfinnee, Caamsaa 25, 2016 (FBC) – Fiigicha daandirraa Kiiloo Meetira 10 Ispeen magaalaa Maadriditti fiigameen dhiiraan Atileet Daawwit Waldeen yoo injifatu, dubartootaan Atileet Xirunash…
Kiliyaam Mibaapeen Riyaal Maadriditti makame
Finfinnee, Caamsaa 25, 2016 (FBC) – Taphataan Sarara fuulduraa Faransaay Kiliyaam Mibaapeen jijjiirraa bilisaan Riyaal Maadriditti makameera.
Waliigaltee waggaa 5 mallatteessuun ifatti…
Joosee Moriinihoon leenjisaa Feenarbaachee ta’e
Finfinnee, Caamsaa 23, 2016 (FBC) – Lammiin Poorchuugaal Joosee Moriinihoon kilaba Turkii Feernabaachee leenjisuuf kontiraata waggaa 2 mallatteesseera.
Moriinihoon kanaan dura…