Browsing Category
Ispoortii
Tapha darbii Waancaa FA hawwiin eegamu
Finfinnee, Caamsaa 17, 2016 (FBC) – Har’a Falmiin kilaboonni darbii Magaalaa Maanchiister Waancaa FA gulumeeffachuuf taasiisan hawwiin eegama.
Taphni waancaa FA har’a waaree booda…
Riyaal Maadrid, Maanchiister Yuunaayitiidii fi Baarseloonaan kilaboota gatii qaalii addunyaa…
Finfinnee, Caamsaa 16, 2016 (FBC) - Riyaal Maadrid, Maanchiister Yuunaayitiidii fi Baarseloonaan kilaboota bara 2024 gatii qaalii addunyaa jedhamuun filatamaniiru.
Waggoottan saglan…
Riikardiin Atileet Tigisti Asaffaan Maaraatooniin galmeessite ragga’e
Finfinnee, Caamsaa 15, 2016 (FBC) – Riikardiin Atileet Tigisti Asaffaan fiigicha Maaraatoonii Barliiniin galmeessite ragga'eera.
Atileet Tigisti fageenyicha sa'aatii 2:11.53 xumuruun…
Toonii Kiruus tapha Kubbaa Miilaa dhaabuuf ta’uu beeksiise
Finfinnee, Caamsaa 13, 2016 (FBC) – Taphataan sarara gidduu Kilaba Riyaal Maadridii fi Garee Biyyaalessa Jarman Toonii Kiruus waancaa Awurooppaa 2024 booda tapha Kubbaa Miilaa…
Maanchiister Siitiin Shaampiyoonaa Piriimeer Liigii Ingilaandi bara kanaa ta’e
Finfinnee, Caamsaa 11, 2016 (FBC) – Maanchiister Siitiin Yeroo 4ffaaf walitti aansuun Shaampiyoona Piriimeer Liigii Ingilaandi bara kanaa ta'eera.
Siitiin galchii 3 fi 1n Weest Haam…
Shaampiyoonaan Mo’aa Mo’attootaa Bulchiinsa Magaalota Godina Jimmaa eegale
Finfinnee, Caamsaa 11, 2016 (FBC) – Shaampiyoonaan Mo'aa Mo'attootaa Bulchiinsa Magaalota Godina Jimmaa 33 hirmaachise eegalameera.
Dorgommichi dargaggota godinaafi naannoo bakka bu'an…
Atileetoonni Itiyoophiyaa Shaampiyoonaa Atileetiksii Paaraa Idil Addunyaa Jaappaan injifatan
Finfinnee, Caamsaa 11, 2016 (FBC) – Atileetoonni Itiyoophiyaa fiigicha Shaampiyoonaa Atileetiksii Paaraa Idil Addunyaa Jaappaanitti gaggeeffamaa jiru injifatan.
Fiigicha meetira kuma 1 fi…
Atileet Dirribee Waltajjiin dorgommii fiigicha meetira kuma 1fi 500 injifatte
Finfinnee, Caamsaa 11, 2016 (FBC) – Atileet Dirribee Waltajjiin dorgommii fiigicha meetira kuma 1fi 500 Loosanjalasitti fiigame injifatte.
Atileet Dirribeen fageenyicha daqiiqaa 3:55.25…
Fiil Foodan taphataa cimaa Piriimeer Liigii Ingilaandi bara kanaa jedhamuun badhaafame
Finfinnee, Caamsaa 10, 2016 (FBC) –Taphataan Maanchiister Siitii Fiil Foodan taphataa cimaa Piriimeer Liigii Ingilaandi bara 2023/24 jedhamuun badhaafameera.
Dargaggeessi umrii waggaa 23…
Atileet Salamoon Baraggaan fiigicha Meetira kuma 5 Loosaanjalasitti fiigame injifate
Finfinnee, Caamsaa 10, 2016 (FBC) – Atileet Salamoon Baraggaan fiigicha Meetira kuma 5 Ameerikaa Loosaanjalasitti fiigame injifateera.
Atileet Salamoon Baraggaan fageenyicha…