Browsing Category
Ispoortii
Piriimeer Liigii Itiyoophiyaan Madin Itiyoophiyaan Quddis Giyoorgis injifate
Finfinnee, Caamsaa 2, 2016 (FBC) – Taphoota Piriimeer Liigii Itiyoophiyaa torbee 24ffaa har’a taphatameen Madin Itiyoophiyaan galchii 1 fi 0n Quddus Giyoorgis injifateera.
Baankiin…
Tapha deebii walakkaa xumuraa Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaan falmiin har’a Maadrid Baayerni Muunik…
Finfinnee, Ebla 30, 2016 (FBC) – Tapha deebii walakkaa xumuraa Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaan falmiin har’a Maadrid Baayerni Muunik waliin taasiisu xiyyeeffannoo argateera.
Har’a halkan…
Taphoonni deebii walakkaa xumuraa Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaa har’aa fi boru taphatamu
Finfinnee, Ebla 29, 2016 (FBC) – Taphoota deebii walakkaa xumuraa Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaan taphni har’a PSG fi Borushiyaa Doortimand gidduutti taasiifamu ni eegama.
Har’a halkan…
Juulan Loopiteegeey leenjisaa Weest Haam ta’uuf waliigalan
Finfinnee, Ebla 28, 2016 (FBC) – Lammiin Ispeen Juulan Loopiteegeey xumura bara dorgommii kanaa eegalee leenjisaa Weest Haam ta’uuf waliigaluu ibsameera.
Weest Haam taphoota 9 yeroo darbe…
Tootenhaam guyyoota 7 keessatti yeroo 3ffaaf injifatame
Finfinnee, Ebla 27, 2016 (FBC) – Taphoota Piriimeer Liigii Ingilaandi torbee 36ffaa har'a waaree boodaa eegalee taphatameen Liivarpuulii fi Cheelsiin morkattoota isaanii injifataniiru.…
Atileet Badhaatuu Hirphaan Maaraatoonii Piraag injifatte
Finfinnee, Ebla 27, 2016 (FBC) –Atileet Badhaatuu Hirphaan fiigicha Maaraatoonii Rippaablika Cheek magaalaa Piraagitti dorgomame injifatteerti.
Atileet Badhaatuun fageenyicha sa'aatii 2…
Atileet Lammii Birhaanuun Maaraatoonii Piraag injifate
Finfinnee, Ebla 27, 2016 (FBC) – Atileet Lammii Birhaanuun Maaraatoonii Ripaablika Cheek magaalaa Piraagitti dorgomame injifateera.
Atileet Lammiin fageenyicha Sa'aatii 2 fi daqiiqaa 8 fi…
Arsenaal Boornimaawuuz injifachuun falmii Waancaa cimsate
Finfinnee, Ebla 26, 2016 (FBC) – Piriimeer Liigii Ingilaandi torbee 36ffaa har'a taphatameen Arsenaal Boornimaawuuz injifachuun falmii Waancaa cimsateera.
Arsenaal galchii 3 fi 0n…
Fiil Foodan taphataa cimaa bara kanaa jedhamuun filatame
Finfinnee, Ebla 24, 2016 (FBC) – Taphataan sarara fuulduraa Maanchister Siitii Fiil Fooden Waldaa Barreessitoota Kubbaa miilaan taphataa cimaa bara dorgommii kanaa jedhamuun filatameera.…
Kilabni Aarbaa Minci gara Piriimeer Liigiitti deebi’e
Finfinnee, Ebla 24, 2016 (FBC) – Kilabni Kubbaa Miilaa Magaalaa Aarbaa Minci gara Piriimeer Liigiitti deebi’eera.
Tapha Liigii Olaanoo Itiyoophiyaa torbee 23ffaan magaalaan Aarbaa…