Browsing Category
Ispoortii
Tapha darbii Kilaboota Landan Cheelsii fi Tootenhaam hawwiin eegamu
Finfinnee, Ebla 24, 2016 (FBC) – Piriimeer Liigii Ingilaandiin taphni darbii Kilaba Lixa Landan Cheelsii fi Kilaba Kaaba Landan Tootenhaam gidduutti har’a gaggeeffamu hawwiin eegama.…
Tapha Walakkaa Xumuraa Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaa marsaa jalqabaan har’a Borushiyaa Doortimand…
Finfinnee, Ebla 23, 2016 (FBC) – Tapha Walakkaa Xumuraa Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaa marsaa jalqabaan taphni har’a Borushiyaa Doortimand PSG waliin taasiisu akkaan eegama.
Taphichi…
Taphoonni Walakkaa Xumuraa Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaa marsaan jalqabaa har’aa fi boru taphatamu
Finfinnee, Ebla 22, 2016 (FBC) – Taphoota Walakkaa Xumuraa Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaa marsaa jalqabaan taphni har’a Baayerni Muunik Riyaal Maadrid waliin taasiisu akkaan…
Atileetoonni Itiyoophiyaa Maaraatoonii Maadrid injifatan
Finfinnee, Ebla 21, 2016 (FBC) – Atileetoonni Itiyoophiyaa fiigicha Maaraatoonii Ispeen Magaalaa Maadriditti gaggeeffame Koorniyaa lamaaniinuu injifataniiru.
Fiigicha Atileetoota…
Arsenaal Tootenhaam injifachuun dursummaa liigichaa cimsate
Finfinnee, Ebla 20, 2016 (FBC) - Piriimeer Ingilaandi torbee 35ffaa har'a waaree booda sa'aatii 10:00 irraa jalqabee taphatameen Arsenaal Tootenhaam injifachuun dursummaa liigichaa…
Weest Haam 2 – 2 Liivarpuul
Finfinnee, Ebla 19, 2016 (FBC) - Piriimeer Liigii Ingilaandi torbee 35ffaan taphni har'a Weest Haam fi Liivarpuul gidduutti taphatame galchii 2 qixa xumurame.
Liivarpuul har'a qixa bahuu…
Fiigicha meetira kuma 5 Shaangaayitti dorgomameen Atileetoonni Itiyoophiyaa 1- 4 ba’uun…
Finfinnee, Ebla 19, 2016 (FBC) –Fiigicha meetira kuma 5 Atileetoota dubartootaa gidduutti Chaayinaa magaalaa Shaangaayitti dorgomame Atileetoonni Itiyoophiyaa sadarkaa 1ffaa hanga 4ffaa…
Atileet Yoomiif Qajeelchaan fiigicha meetira kuma 5niin Adiizeerootti fiigame injifate
Finfinnee, Ebla 19, 2016 (FBC) – Atileet Yoomiif Qajeelchaan fiigicha meetira kuma 5niin Adiizeerootti dorgomame injifateera
Fiigicha kiiloo meetira 5 Adizeerootti Dhaabbanni Adiidaa…
Atileet Madinaa Isaan fiigicha meetira kuma 5niin riikkardii galmeessuun injifatte
Finfinnee, Ebla 19, 2016 (FBC) – Atileet Madinaa Isaan fiigicha meetira kuma 5niin Adizeerootti fiigame riikkardii galmeessuun injifatte.
Fiigicha kiiloo meetira 5 Adizeerootti Dhaabbanni…
Taphoonni Piriimeer Liigii Ingilaandi torbee 35ffaan tapha har’a Weest Haam Liivarpuul waliin…
Finfinnee, Ebla 19, 2016 (FBC) – Taphoonni Piriimeer Liigii Ingilaandi torbee 35ffaan tapha har’a waaree booda sa’aatii 8:30 eegalee Weest Haam Liivarpuul waliin taphatuun eegalama.…