Browsing Category
Ispoortii
Leesister Siitiin gara Piriimeer Liigiitti deebi’e
Finfinnee, Ebla 19, 2016 (FBC) – Bara taphaa 2022/23 osoo hin eegamne gara Diiviiziyoonii 2ffaatti bu’ee kan ture Leesister Siitiin gara Piriimeer Liigiitti deebi’eera.
Sardiidota…
Piriimeer Liigii Ingilaandiin taphni har’a Biraayitanii fi Maanchiister Siitii gidduutti taasiifamu…
Finfinnee, Ebla 17, 2016 (FBC) – Piriimeer Liigii Ingilaandiin taphni har’a galgala sa’aatii 4:00 irraa jalqabee Biraayitanii fi Maanchiister Siitii gidduutti taphatamu hawwiin eegamaa…
Dorgommiin Tapha Guutuu Oromiyaa 26ffaan xumurame
Finfinnee, Ebla 17, 2016 (FBC)-Dorgommiin Tapha Guutuu Oromiyaa 26ffaan Magaalaa Jimmaatti gaggeeffamaa ture Olaantummaa Magaalaa Shaggariin xumurameera.
Dorgomicharratti, Hogganaan…
Eevartan galchii 2 fi 0n Liivarpuul injifate
Finfinnee, Ebla 16, 2016 (FBC) - Taphoota Piriimeer Liigii Ingilaandi halkan kana taphatameen Eevartan galchii 2 fi 0n Liivarpuu injifateera.
Liivarpuul yeroo murteessatti qabxii gatuu…
Embaasichi dorgommii Buunyaa Afrikaa Waancaa Maandeellaan injifannoo galmaa’eef gammachuu isaa ibse
Finfinnee, Ebla 15, 2016(FBC)- Piriitooriyaatti Embaasiin Itiyoophiyaa Dorgommii Buunyaa Afrikaa Waancaa Maandeellaan injifannoo galmaa’eef gammachuu itti dhaga’ame ibse.
Dorgommo Buunyaa…
Dorgommii Buunyaan Itiyoophiyaan meedaaliyaawwan ja’an xumurte
Finfinnee, Ebla 14, 2016 (FBC)- Dorgommii Buunyaa Afrikaa Waancaa Maandeellaarratti Itiyoophiyaan meedaaliyaawwan ja’a argachuun xumurteetti.
Dorgommichaan Itiyoophiyaan Meetii 3 fi…
Atileet Caalaa Raggaasaan fiigicha Maaraatoonii Veennaa injifate
Finfinnee, Ebla 13, 2016 (FBC) - Atileet Caalaa Raggaasaan fiigicha Maaraatoonii Awustiriyaa magaalaa Veennaatti dhiirota gidduutti dorgomame injifateera.
Atileet Caalaan fageenyicha…
Atileet Qananiisaa Baqqalaan Maaraatoonii Landan sadarkaa 2ffaan xumure
Finfinnee, Ebla 13, 2016 (FBC) - Fiigicha Maaraatooniin Landaniin Atileetoonni Itiyoophiyaa koorniyaa lamaaniinuu sadarkaa 2ffaan xumuran.
Dorgommii Maataatoonii Landan Dhiirota gudduutti…
Fiigichi kiiloomeetira 5 Keeniyaatti gaggeeffameen Atileetonni Itiyoophiyaa injifatan
Finfinnee, Ebla 13, 2016 (FBC) - Fiigichi kiiloomeetira 5 Keeniyaatti gaggeeffameen Atileetonni Itiyoophiyaa koorniyaa lamaaniinuu injifataniiru.
Dorgommii dubartoota gidduutti…
Maaraatoonii Landan dirree morkii jabaan gameeyyii Atileetikisiin mul’ataan eegamu
Finfinnee, Ebla 12, 2016 (FBC)- Dilbata borii Fiigicha Maaraatoonii Landanitti gaggeefamurratti Atileetonni Itiyoophiyaa rikardii of harka qaban ni hirmaatu.
Dorgommicharratti, Atileet…