Finfinneen ijaarsa invastimantii Wiirtuu Daataan addunyaarraa sadarkaa 2ffaa qabachuu qorannoon…
Finfinnee, Onkololeessa 23, 2015(FBC)- Magaalaan Finfinnee damee ijaarsa invastimantii Wiirtuu Daataan Beejiingitti aanuun addunyaarraa sadarkaa 2ffaa qabachuu qorannoon ifoomse
“FDI…
Ityoo-Telekoom tajaajila ‘Teelee Kilaawud’ eegalchiise
Finfinnee, Onkololeessa 17, 2015(FBC)- Ityoo-Telekoom tajaajila ‘Teelee Kilaawud’ jedhamu eegalchiise.
Tajaajilichaan dhaabbileen ragaalee garaagaraa daataa beezii Ityoo-Telekoom irraa…
Hoggantoonni dhaabbilee Istaatistiiksii biyyoota Afrikaa adda addaarraa dhufan Godaambaa Saayinsii…
Finfinnee, Onkololeessa 16, 2015 (FBC) – Hoggantoonnii fi ogeeyyii olaanoon dhaabbilee Istaatistiiksii biyyoota Afrikaa adda addaarraa dhufan Godaambaa Saayinsii daawwataniiru.
Daawwannaa…
Dhaabbileen lameen kaffaltiin tajaajila galmeessaafi eeyyamaa daldalaa gama Teeleebirriin akka…
Finfinnee, Onkololeessa 14, 2015(FBC)- Ityoo-Telekoomiifi Ministeerri Daldalaafi Walitti Hidhamiinsi Naannawaa kaffaltiin tajaajila galmeessaafi eeyyamaa daldalaa Teeleebirriin akka…
Tajaajiloonni mootummaa 326 ‘Online’ laatamaa jiru
Finfinnee, Onkololeessa 10, 2015 (FBC) – Tajaajiloonni mootummaa 326 Onlaayiniin kennamaa jiraachuu Ministeerri Innooveeshinii fi Teeknooloojii beeksiseera.
Ministeerri Dhimma Alaa fi…
Naayiroobiin Awutoobisii jalqabaa humna Elektiraan hojjetu ifoomsite
Finfinnee, Onkololeessa 10, 2015 (FBC) – Magaalaan guddittii Keeniyaa Naayiroobiin Awutoobisii jalqabaa humna Elektiraan hojjetu ifoomsiteerti.
Magaalaa magariituu iftuu jedhamuun kan…
Ityoo – Teeleekoom Giddugala Tajaajila Diijitaalaa haaraa hojiirra oolchuu ifoomse
Finfinnee, Onkololeessa 8, 2015 (FBC) – Ityoo – Teeleekoom Giddugala Tajaajila Diijitaalaa haaraa (Cloud based Contact center Solution) jedhamu hojiirra oolchuu ifoomseera.
Giddugilichi…
Konfirensiin Intalajensii Arteefishaalii Paan Afrikaa Finfinneetti baname
Finfinnee, Fulbaana 24, 2015 (FBC) – Konfirensiin Intalajensii Arteefishaalii Paan Afrikaa Finfinneetti banameera.
Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimadii fi Itti aanaan Muummee Ministiraa…
Teeslaan roobootii gochaalee garaagaraa raawwachuu danda’u ifoomse
Finfinnee, Fulbaana 23, 2015 (FBC)- Dhaabbanni Ameerikaa Teeslaan roobootii si’a tokkotti gochaalee garaagaraa raawwachuu danda’u ifoomsuu gabaafame.
Roobootichi miilaan adeemuu, harka…
Ityoophiyaatti Sagantaan “Meetaa Buust” eegale
Finfinnee, Fulbaana 12, 2015(FBC)- Dhaabbanni Meetaa Ministeera Hojiifi Ogummaafi Miidiyaa Samar waliin ta’uun sagantaa diinagdee deeggaru “Meetaa Buust” jedhamu guyyaa har’aa…