Chaayinaan bu’aa qorannoo saayinsaawaa Maarsirratti gaggeessitee ifoomsite
Finfinnee, Fulbaana 9, 2015 (FBC) – Chaayinaan bu’aa qorannoo hawaa Maarsirratti gaggeessitee ifoomsiteetti.
Bulchiinsi Hawaa Biyyaalessaa Chaayinaa (CNSA) bu’aa ifoomseen…
Sirni tajaajila elektirooniksii mootummaa Teelee-Birriin kaffalchiisuu danndeessisu eegalame
Finfinnee, Qaammee 4, 2014 (FBC)- Sirni tajaajila elektirooniksii mootummaa gama Teelee-Birriin kaffalchiisuu danndeessisu eegalamuu ibsameera.
Ministeerri Innooveeshiniifi…
Ministeerichi Aliibaabaa Giruuppi waliin waliigaltee uume
Finfinnee, Qaammee 2, 2014(FBC)- Ministeerri Innooveeshiniifi Teekinooloojii fi Aliibaabaa Giruuppi hojii uumtotaaf leenjii haala kennuu danda’anirratti waliigaltee uuman.
Waliigaltichi …
Piroojektii diinagdee diijitaalaa naannawaa Afrikaa Bahaa gara hojiitti galchuuf mariin gaggeeffame
Finfinnee, Hagayya 28,2014(FBC)- Ityoophiyaa, Sudaan Kibbaafi Somaaliyaan piroojektii qindaa’aa diinagdee diijitaalaa gara hojiitti galchuu dandeessisu gaggeessaniiru.
Marichi biyyoonni…
Dooktar Injinar Birhaanuu Bulchaan meeshaa addeessarratti bishaan argachuu danda’u hojjetan
Finfinnee, Hagayya 18, 2014(FBC)- Qorataan NASA Dooktar Injinar Birhaanuu Bulchaan meeshaa addeessarratti bishaan argachuu danda’u hojjetan.
Akka ragaan NASA mul’isutti qorannoo kanaan…
Baazaariin Teeknooloojii Afrikaa qaammee 2-4, 2014 Ityoophiyaatti gaggeeffama jedhame
Finfinnee, Hagayya 3, 2014(FBC)- Baazaariin Teeknooloojii Afrikaa qaammee 2-4, 2014 Ityoophiyaatti kan gaggeeffamu ta’uu ibsame.
Baazaaricha kan qopheessan Joorkaa Ivantisiifi ATX yeroo…
Kalaqa meeshaa Altiraa Saawondii amma jiru bakka bu’uu danda’a jedhame
Finfinnee, Hagayya 3, 2014 (FBC) – Qorattoonni Inistitiyuutii Teeknooloojii Maasaachuseet qaama wal’aanamtootaarratti haala salphaan maxxanfamuun suuraa keessoo qaama namaa qulqullinaan kan…
Yaa’iin Bulchiinsa Intarneetii Biyyaalessaa jalqabaa Finfinneetti gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Adoolessa 28, 2014 (FBC) – Yaa’iin Bulchiinsa Intarneetii Biyyaalessaa jalqabaa mata duree ‘Intarneetii misooma hunda hammateef’ jedhuun Finfinneetti gaggeeffamaa…
Ityoo Teelekoom Shaashamanneetti mana kitaabaa dijitaalaa Birrii kuma 690 ijaaree hojii jalqabsiise
Finfinnee, Adoolessa 27, 2014 (FBC) – Itiyoo Teelekoom Magaalaa Shaashamannee mana barumsaa sadarkaa 2ffaa Shaashamanneetti mana kitaabaa dijitaalaa Birrii kuma 690 ijaare hojii…
Chaayinaan yaalii balallii xiyyaara C-919 taasifte
Finfinnee, Adoolessa 25, 2014 (FBC) – Chaayinaan yaalii balallii xiyyaara yeroo jalqabaaf hojjette xiyyaara daldalaa C-919 jedhamu taasisuu Korporeeshiniin Xiyyaarota Daldalaa Chaayinaa…