Rakkoon IT tibbana muudate Kompiyuutaroota miiliyoona 8.5 tajaajilaa ala taasiisuu ibsame
Finfinnee, Adoolessa 14, 2016 (FBC) - RakkoonTeeknooloojii Odeeffannoorra tibbana muudate Kompiyuutaroota miiliyoona 8.5 irra miidhaa qaqqabsiisuu Maayikroo Soofti beeksise.
Kenniinsa…
Teeknooloojiin hubannoo namtolee daandii akeektuu furmaataa ta’eera-Dr. Warquu Gaachanaa
Finfinnee, Adoolessa 13, 2016 (FBC)- Teeknooloojiin hubannoo namtolee daandii akeektuu furmaataa ta’eera jedhan Daayrektarri Inistitiyuutii Artifiishaal Intalajansii Dooktar Warquu…
Dorgommii “Huawei tech for good” gareen Itiyoophiyaa injifate
Finfinnee, Adoolessa 3, 2016 (FBC)- Moorookootti dorgommii naannawaa “Huawei tech for good” gaggeeffame gareen Itiyoophiyaa sadarkaa 1ffaan injifachuun ibsame.
Dorgomtoonni biyyoota…
Inistiitiyuutichi mirga abbummee bu’aalee kalaqaa afurii argate
Finfinnee, Waxabajjii 24, 2016 (FBC)- Abbaan Taayitaa Qabeenya Kalaqa Sammuu mirga abbummee bu’aalee kalaqaa Inistiitiyuuti Artifiishaal intalajansiin kalaqaman afurii kenne.
Mirgichis…
Dooktar Ballaxaa Mollaan Itti Gaafatamtoota Teeknooloojii Niwukleerii biyyaalessa Chaayinaa waliin…
Finfinnee, Waxabajjii 24, 2016 (FBC) – Ministirri Ministeera Innooveeshinii fi Teeknooloojii Dooktar Ballaxaa Mollaan Itti Gaafatamtoota Teeknooloojii Niwukleerii Biyyaalessa Chaayinaa…
Baatiriin Konkolaataa Elektirikaa Chaarjiin isaa daqiiqaa 5 keessatti guutu ifoome
Finfinnee, Waxabajjii 21, 2016 (FBC) –Ingilizitti Baatiriin Konkolaataa Elektirikaa Chaarjiin isaa daqiiqaa 5 keessatti guutu ifoomeera.
Ingiliz keessatti dhaabbanni Baatirii konkolaataa…
Yuunivarsiitichatti “Smart Campus Solution” hojiirra oolchuuf waliigalame
Finfinnee, Waxabajjii 20, 2016 (FBC)- Itiyoo-Teelekoom Yuunivarsiitii Finfinneef “Smart Campus Solution” dhiyeessuuf, kaffaltii tajaajila wal’aansaa Hospitaala Ispeeshaalaayizdii Xiqur…
Giddugalli qorannoo fi oomisha Saaphaphuu “Ispiirulina” jedhamu eebbifame
Finfinnee, Waxabajjii 14, 2016 (FBC) – Giddugalli qorannoo fi oomisha Saaphaphuu “Ispiirulina” jedhamu Itiyoophiyaatti kan jalqabaa ta’e eebbifameera.
Inistiitiyuutiin…
Tootaal Inarjii Itiyoophiyaan giddugala Chaarjessa saffisaa Konkolaattoota Elektirikaa eebbisiise
Finfinnee, Waxabajjii 13, 2016 (FBC) – Tootaal Inarjii Itiyoophiyaan har’a giddugala Chaarjessa saffisaa Konkolaattoota Elektirikaa eebbisiiseera.
Daayrektarri Olaantuun Abbaa…
Biqiltuu fayyaa isaa miidhe gara ibsaatti kan jijjiire -Faariid Abbaa Jabal
Finfinnee, Waxabajjii 2, 2016 (FBC)- Faariid Abbaa Jabal jedhama. Dhalatee kan guddate godina Jimmaa Aanaa Maannaatti yoo ta'u, waggaa 12’n dura ture, baala biqiloota garagaraa cuunfuun…