Magaalaa Asoosaatti Siimpoziyeemiin kalaqaa fi qorannoo gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Waxabajjii 8, 2014 (FBC) – Naannoo Beenishaanguul Gumuz Magaalaa Asoosaatti qopheessummaa Ejansii Komunikeeshinii Odeeffannoo Saayinsii fi Teeknooloojiin Siimpoziyeemiin kalaqaa…
Imaammanni Saayinsii,Teeknooloojii fi Innooveeshinii fooyya’e hojiirra oole
Finfinnee, Waxabajjii 2, 2014 (FBC) – Imaammanni Saayinsii, Teeknooloojii fi Innooveeshinii fooyya’e hojiirra ooluu ibsame.
Imaammatichi galmoota ijoo fooyya’iinsa diinagdee biyya…
Chaayinaan Suura kaartaa Addeessaa haaraa beeksisfte
Finfinnee, Waxabajjii 1, 2014 (FBC) – Chaayinaan sadarkaa addunyaatti qulqullina olaanaa qaba kan jedhame suuraa kaartaa Addeessaa haaraa beeksifteeti.
Kaartaa ji’ooloojikaalaa…
Giddugalli odeeffannoo Balaa Fayyaa Hawaasaa Biyyaalessa afaanota biyya keessaa 5’n tajaajila kennu…
Finfinnee, Caamsaa 30, 2014 (FBC) – Giddugalli odeeffannoo Balaa Fayyaa Hawaasaa Biyyaalessa afaanota biyya keessaa 5 tajaajila kennu hojiimaata diijitaalaa eegaluu ibsame.
Giddugalichi…
Chaayinaan Saatilaayitootta 9 gara hawaatti ergite
Finfinnee, Caamsaa 26, 2014 (FBC) – Chaayinaan konkolaattoonni ishee nam-tolcheen odeeffannoo walitti qaban, odeeffannoo akka argataniif saatilaaytoota 9 gara hawaatti ergiteetti.…
Proojektiin giddugala Diijitaalaa manneen barnootaa 66 fayyadamoo taasiisu ifoome
Finfinnee, Caamsaa 25, 2014 (FBC) – Ityoo Teeleekoom Proojektii giddugala Diijitaalaa sadarkaa biyyaalessaatti manneen barnootaa 66 fayyadamoo taasiisu ifoomeera.
Dhaabbatichi…
Indaastiriin Kawaasaakii Jaappaan roobootii miila afurii maanguddoota tumsu hojjechuun beeksise
Finfinnee, Caamsaa 24, 2014 (FBC) – Indaastiriin Kawaasaakii Jaappaan kutaalee hawaasaa umriidhaan dullooman kan gargaaruu danda’u roobootii miila afurii hojjechuu beeksiseera.
Moggaasa…
Baankiin Addunyaa deeggarsa milkaa’ina traanisfoormeeshinii diijitaalaa Ityoophiyaaf taasisu cimsee…
Finfinnee, Caamsaa 19, 2014 (FBC)- Baankiin Addunyaa deeggarsa milkaa’ina sagantaa traanisfoormeeshinii diijitaalaa Ityoophiyaaf taasisu cimsee kan itti fufu ta’uu beeksiseera.
Gareen…
Bu’uuraale Misoomaa Teeknooloojii Infoormeeshin Koominikeeshinii haala ammayyeessuun…
Finfinnee, Caamsaa 18, 2014 (FBC)- Bu’uuraale Misoomaa Teeknooloojii Infoormeeshin Koominikeeshinii haala ammayyeessuun danda’amurratti mariin gaggeeffameera.
Ministirri Ministeera…
Daandiin Qilleensaa Ityoophiyaa giddugala suphaa isaa gara dijiitaalaatti jijjiire
Finfinnee, Caamsaa 18, 2014 (FBC) - Daandiin Qilleensaa Ityoophiyaa giddugala suphaa isaa gara dijiitaalaatti jijjiiruu beeksise.
Giddugalli suphaa gara dijiitaalaatti jijjiiramuun…