Yaa’iin Nageenya Saayibarii fi Ce’umsa Diijitaalaa gaggeeffamuu eegale
Finfinnee, Guraandhala 26, 2016 (FBC) – Yaa’iin Nageenya Saayibarii fi Ce’umsa Diijitaalaa Magaalaa Finfinneetti gaggeeffamuu eegaleera.
Yaa’iichi nageenyaa fi Birmaadummaa Saayibarii…
Teeknoolojiin sirna loojistiksii saffisiisu Doolaara miiliyoona 50’n ijaarame eebbifame
Finfinnee, Guraandhala 21, 2016 (FBC)-Teeknooloojiin sirna loojistiksii saffisiisa jedhamee fi baasii Doolaara miiliyoona 50’n ijaarame eebbifameera.
Teeknooloojichi shaqaxootaa gabaa…
Magaalaa Bishooftuutti ‘Sirni Teessoo Diijitaalaa’ eebbifame
Finfinnee, Guraandhala 14, 2016 (FBC) – Magaalaa Bishooftuutti Diinagdee Diijitaalaa tumsuu fi magaalaa ammayyaa ijaaruuf kan gargaaru ‘Sirni Teessoo Diijitaalaa’ eebbifamuun tajaajilaaf…
Qorataan Hawaa Dooktar Birhaanuu Bulchaan hojii kalaqaa haaraa moggaasa “Fiqir” jedhamuun beeksisan
Finfinnee, Amajjii 30, 2016(FBC)– Qorataan Hawaa lammii Itiyoophiyaa Dooktar Birhaanuu Bulchaan hojii kalaqaa haaraa hojjetan moggaasa “Fiqir” jedhamuun beeksisan.
Dooktar Birhaanuu…
Buufanni Saatalaayitii Odeeffannoo hedduu hojii sharafa alaa argamsiisu eegale
Finfinnee, Amajjii 29, 2016 (FBC) – Inistiityuutiin Saayinsii Hawaa fi Ji’oo Ispeeshaalii Buufanni Saatalaayitii Odeeffannoo hedduu hojii sharafa alaa argamsiisu eegaluu beeksiise.…
Dhaabbanni Iloon Maask meeshaa ‘sochii to’atu’ sammuu keessa awwaalamu yeroo…
Finfinnee, Amajjii 21, 2016 (FBC) – Dhaabbanni Iloon Maask Niwuraaliink chippii funyoo hin qabne yeroo jalqabaaf milkaa'inaan sammuu namaa keessatti awwaaluu beeksiseera.
Kaayyoon…
Turkiin konkolaataa elektirikii modela 2ffaa ifoomsite
Finfinnee, Amajjii 1, 2016 (FBC)- Oomishaan Konkolaataa Turkii ‘Tog’ jedhamu konkolaataa elektirikii modela 2ffaa ifoomse.
Konkolaataan biyya ishee keessatti omishame kun moggaasni “T10F”…
Maashinni Buna Diimaa Falaffalu Kalaqame
Finfinnee, Mudde 11, 2016 (FBC)- Maashinni Buna Diimaa Falaffalu Kalaqamuun qonnaan bultootaaf gumaachame.
Giddugalli Qorannoo Mahaandisummaa Qonnaa Jimmaa teknoolojiiwwan gara garaa kan…
Lammii Itiyoophiyaa Heelikooftara hojjete
Finfinnee, Mudde 10, 2016 (FBC)- Abbee Laggasaa kan dhalatee guddate Naannoo Tigraay Shiree Indasilaaseetti.
Abbeen ijoollumma isaan heesamiirraa balali’an wayita argu ajaa’ibamuu fi…
Hanqina Mosaajii mudateen oomishaalee ‘Teslaa’ miiliyoona 2tti dhiyaatan fooyyeessuufi
Finfinnee, Mudde 4, 2016 (FBC)-Dhaabbata Abbaa qabeenyaa Elan Maski kan ta’e “Tesla Automotive” hanqina Mosaajii (Sooftweerii) konkolaatota miiliyoona 2’tti dhiyaatan ammayyeessuuf waamichi…