Giddugaloonni Traanisfoormeeshinii diijitaalaa lammii ogummaa diijitaalaa qabu horachuu dandeessisan…
Finfinnee, Caamsaa 1, 2014 (FBC) – Giddugaloonni Traanisfoormeeshinii diijitaalaa lammii ogummaa diijitaalaa qabu horachuu dandeessisan hundeeffamuuf ta’uu ibsameera.
Biyyoota Afrikaa…
Yaaliiwwan haleellaa saayibarii Ityoophiyaarratti aggaamaman keessaa %97.7 fashalaa’uu ibsame
Finfinnee, Eebila 29, 2014 (FBC) – Baatiiwwan 9 darbanitti yaaliiwwan haleellaa saayibarii Ityoophiyaarratti aggaamaman kuma 5 fi 856 keessaa %97.7 fashalaa’uu Bulchiinsi Nageenya…
Ityoophiyaatti fayyadamtoonni intarneetii miiliyoona 29.83 ga’uu ibsame
Finfinnee, Eebila 28, 2014 (FBC) – Ityoophiyaatti fayyadamtoonni intarneetii miiliyoona 29.83 ga’uu ibsameera.
Uummata Ityoophiyaa keessaa namoonni miiliyoonni 29.83 Intarneetii kan…
Ityoo Teeleekoom 5G Wiixata ni eebbisiisa
Finfinnee, Eebila 28, 2014 (FBC) – Ityoo Teeleekoom neetwoorkii moobaayilii dhaloota 5ffaa (5G) Wiixata hojiirra akka oolchuu beeksiseera.
Kanaanis qophiin barbaachisaan xumuramuu…
Eelaan Maask dhaabbata Twiitara Doolaara biiliyoona 44’n bitan
Finfinnee, Eebila 18, 2014 (FBC) – Abbaan Qabeenyaa Afrikaa Kibbaa Eelaan Maask dhaabbata Twiitara Doolaara Ameerikaa biiliyoona 44 kan dhuunfaa isaanii taasifataniiru.
Adeemsi bittaa fi…
Misaa’elli Haaraan Raashiyaa diinoota ishee yaaddoo keessa kan galchuudha – Preezdaant Putiin
Finfinnee, Eebila 13, 2014 (FBC) – Raashiyaan Yaalii Misaa’ela Haaraa milkiin taasisuun diinoota ishee yaaddoo keessa kan galchu ta’uu Preezdaantiin biyyattii Vilaadmiir Putiin…
Giddugaloonni hojiilee mootummaa gama diijitaalaan hojjechiisuu dandeessisan dhaabbilee 6 keessatti…
Finfinnee, Eebila 11, 2014 (FBC) – Giddugaloonni hojiilee mootummaa gama diijitaalaan hojjechiisuu dandeessisan dhaabbilee 6 keessatti hundaa’uuf ta’uu ibsame.
Giddugaloota kanneenitti…
Inistitiyuutiin Saayinsii Ispeesii fi Teeknoolojii, teeknooloojiiwwan misoomse 4 ifoomse
Finfinnee, Bitootessa 29, 2014 (FBC) – Inistitiyuutiin Saayinsii Ispeesii fi Teeknooloojii, teeknooloojiiwwan misoomse 4 ifoomseera.
Inistitiyuutiin Saayinsii Ispeesii fi Teeknooloojii,…
Dhiyeessii fi tamsaasa elektirikaa teeknooloojii diijitaalaan deeggaruun barbaachisaa ta’uu ibsame
Finfinnee, Bitootessa 28, 2014 (FBC) – Dhiyeessii fi tamsaasa elektirikaa teeknooloojii diijitaalaan haala to’achuu fi bulchuun danda’amurratti gama viidiyoo konfiransiin mariin taasifame.…
Maashinni konkolaattoota darban irra humna elektirikaa maddisiisu ifoome
Finfinnee, Bitootessa 27, 2014 (FBC) – Dhaabbanni Turkii maashina konkolaattoota daandiirra darban irra humna elektirikaa maddisiisu hojjechuun beeksiseera.
Dhaabbata Turkii Teek DVSH…