Tiwiitarri Asxaa isaa Simbira ture “X”tti jiijjiire
Finfinnee, Adoolessa 18, 2015 (FBC)- Dhaabbanni miidiyaa hawaasummaa Tiwiitarri mallattoo isaa beekamaa simbira cuquliisa irraa gara mallattoo “X”tti jijjiiru beeksise.
Mallattoon…
Bara 2015 haleellaa saayibarii ittisuun Birrii biiliyoona 23.2 baraaruun danda’ameera-BNOB
Finfinnee, Adoolessaa 17, 2015 (FBC)- Bara Baajtaa 2015 haaleellaa saayibarii ittisuun Birrii biiliyoona 23.2 baraaruun akka danda’ame Bulchiinsi Nageenyaa Odeeffannoo Biyyaalessaa…
Biyyoota guddatanii fi guddachaa jiran gidduutti qaawwa fayyadama interneetii guutuun murteessaa…
Finfinnee, Adoolessa 11, 2015 (FBC) – Biyyoota guddatanii fi guddachaa jiran gidduutti qaawwa fayyadama interneetii guutuun ajandaa jalqabaa Yaa’ii Bulchiinsa Intarneetii Idil-addunyaa ta’uu…
Baabura bololi’aa saffisaa
Finfinnee, Adoolessa 7, 2015 (FBC)- Waggootta afur booda hadiidarraa kan baalali’u geejjibni baaburaa “Yamanashii Magleev” jedhamu ‘jeetti lafarraa balali’u’ yoo jedhame gurra guddisuu…
Raashiyaan damee Saayinsii fi Teeknooloojiin Ityoophiyaa waliin tumsaan hojjechuuf murannoo qabdi –…
Finfinnee, Adoolessa 5, 2015 (FBC) – Raashiyaan damee Saayinsii fi Teeknooloojiirratti Ityoophiyaa waliin tumsaan hojjechuuf murannoo qabaachuu Walitti qabaan Tumsa Diinagdee Raashiyaa –…
Kenniinsa tajaajilaa ammayyeessuuf xiyyeeffanoon hojjetamaa jira – Aadde Adaanach Abeebee
Finfinnee, Waxabajjii 27, 2015 (FBC) – Kenniinsa tajaajilaa caalmaatti ammayyeessuuf xiyyeeffanoon hojjetamaa jiraachuu Kantibaan magaalaa Finfinnee Aadde Adaanach Abeebeen ibsan.…
Diijitaala Ityoophiyaa dhugoomsuuf xiyyeeffannoo olaanaan laatamee hojjetamaa jira – Dooktar…
Finfinnee, Waxabajjii 7, 2015 (FBC) –Jijjiirama biyyaalessaa hordofee damee Innooveeshinii fi Teeknooloojiif xiyyeeffannoo olaanaan laatamee hojjetamaa jiraachuu Ministirri Ministeera…
Yaa’iin Innooveeshinii fi Diijitaalaa Afrikaa Finfinneetti gaggeeffamuu eegale
Finfinnee, Waxabajjii 7, 2015 (FBC) – Yaa’ii 7ffaan Innooveeshinii fi Diijitaalaa Afrikaa Finfinneetti gaggeeffamuu eegaleera.
Yaa’ichi mata duree ‘Diijataala Afrikaa ’ jedhuun yeroo…
Shaggaritti dorgommiin Kalaqa barattootaa gaggeeffame
Finfinnee, Waxabajjii 2, 2015 (FBC) – Bulchiinsa Magaalaa Shaggaritti dorgommiin kalaqa adda addaa barattootaa mata duree "kalaqni fi teeknoolojiin barnoota 'Smart' fi ' Smart' Shaggariif "…
Ityoo Teeleekoom bulchiinsa magaalaa Finfinnee waliin tumsaan hojjechuuf waliigale
Finfinnee, Caamsaa 29, 2015 (FBC) – Ityoo Teeleekoom fi Bulchiinsi Magaalaa Finfinnee qaama piroojektii "Finfinnee Smart City" jedhamuuf ijaarsa bu'uuraalee misoomaa raawwachuuf waliigaltee…