Ityoophiyaatti wixineen qajeelfama itti fayyadama xiyyaara nama maleessaa qophaa’e
Finfinnee, Hagayya 22, 2012 (FBC) – Abbaan Taayitaa Siiviil Aviiyeeshinii Ityoophiyaa wixinee qajeelfama itti fayyadama Xiyyaara nama maleessaa qopheessuu beeksise.
Naannoo…
Daandiin qilleensichaa yeroo jalqabaaf Koochoo xiyyaaraarrati fooyya’iinsa taasise
Finfinnee, Hagayya 20, 2012 (FBC) – Daandiin Qilleensa Ityoophiyaatti ogeeyyiin suphaa yeroo jalqabaaf koochoo Xiyyaaraarratti fooyya’iinsa Mahandisummaa taasisan.
…
Bara baajataa 2012tti aggaammiiwwan saaybaraa 787 fashaleessuun danda’ameera
Finfinnee, Hagayya 18, 2012 (FBC) – Bara baajataa 2012tti aggaammiiwwan saaybaraa 787 fashaleessuu isaa Eejansiin Nageenya Infoormeeshinii beeksise.
Itti aanaan daayreektara…
Ityoophiyaan bara dhuftu jalqabarra saatalaayitii lammaffaashee gara hawaatti erguufi
Finfinnee, Hagayya 12, 2012 (FBC) – Ityoophiyaan bara dhuftu jalqabarra saatalaayitii lammaffaashee gara hawaatti kan ergitu ta'uu Inistiitiyuutiin Saayinsii Speesii fi Teeknooloojii…
Imaammanni Saayinsii, Teekinooloojii fi Innoveeshinii bara haaraatti hojiirra akka oolu ibsame
Finfinnee, Hagayya 12, 2012 (FBC) – Imaammanni Saayinsii, Teekinooloojii fi Innoveeshinii bara haaraatti hojiirra akka oolu ibsame.
Imaammanni Saayinsii, Teekinooloojii fi Innoveeshinii…
Teeknooloojiin biyyattiin fayyadamtu gadi aanaa ta’uun, diinagdeerratti dhiibbaa uumera…
Finfinnee, Hagayya 6, 2012 (FBC) – Teeknooloojiin biyyattiin fayyadamtu gadi aanaa ta'uun, diinagdeenis gadi aanaa akka ta'u dhiibbaa taasiseera.
Ityoophiyaan lafaa fi humna…
Feesbuukii fi Twiitarri fuula miidiyaa hawaasummaa Traamp irratti tarkaanfii fudhatan
Finfinnee, Adoolessa 30, 2012 (FBC) – Feesbuukii fi Twiitarri fuula miidiyaa hawaasummaa preezdaantii Ameerikaa Doonaald Traamp irratti tarkaanfii fudhatan.
Miidiyaaleen…
Maayikiroosooft ga’ee Tiiktook Ameerikaan qabdu bituuf marii itti fufuufi
Finfinnee, Adoolessa 27, 2012 (FBC) – Maayikiroosooft ga'ee Tiiktook Ameerikaan qabdu bituuf marii itti fufuufi.
Preezdaantiin Ameerikaa Doonaald Traamp appilikeeshiniin…
Tiraamp TikTok aappii viidiyoon ittiin qoodamu akka dhorkamu beeksisan
Finfinnee, Adoolessa 25, 2012 (FBC) – Preezdantiin Ameerikaa Doonaald Tiraamp TikTok aappii viidiyoon ittiin qoodamu abbummaan isa kan Chaayinaa ta'e Yuunayitiid Isteet keessati akka…
Emmireetonni Arabaa Gamtooman xiyyaarsamiishee jalqabaa gara Maars ergite
Finfinnee, Adoolessa 13, 2012 (FBC) – Emmireetonni Arabaa Gamtooman xiyyaarsamiishee jalqabaa gara Maars ergite.
Xiyyaarsamiin gara Maars furgugfamte tun kiilo meetira…