Mariin Labsii wixinee waraaqaa eenyummaa diijitaalaarratti xiyyeeffate gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Bitootessa 2, 2014 (FBC)- Mariin Labsii wixinee waraaqaa eenyummaa diijitaalaarratti xiyyeeffatee gaggeeffamaa jira.
Waltajjichi mata duree ‘namni tokko namuma tokko’ jedhuunii…
Huuwaaween teeknooloojiiwwan faalamarraa bilisa ta’anii fi tajaajila 5G waliin ga’uuf hojjetan kan…
Finfinnee, Gurraandhala 30, 2014 (FBC) – Huuwaaween teeknooloojiiwwan faalama naannoorraa bilisa ta’anii fi tajaajila 5G waliin ga’uuf hojjetan kan deeggaru ta’uu ibse.
Dhaabbatichi…
Bulchiinsichi dhaabbilee Saayibarii faayidaa biyyaaleessaa qabanii fi damee Teeknoolojirratti…
Finfinnee,Gurraandhala 21, 2014 (FBC) – Bulchiinsi nageenya odeeffannoo dhaabbilee Saayibarii faayidaa biyyaaleessaa qabanii fi damee Teeknoolojirratti bobba’an waliin kan hojjetu ta’uu…
Minsteerri Barnootaa adeemsa baruu fi barsiisuu gama oonlaayiniin kennuu eegale
Finfinnee, Gurraandhala 18, 2014 (FBC) – Minsteerri Barnootaa adeemsa baruu fi barsiisuu oonlaayinii fi tajaajila mana kitaabaa diijitaalaa kennuu eegale.
Ministeerichi sagantaalee itti…
Barsiisaan Yuunvarsiitii Dambi Doolloo Amaanu’eel Baalchaa Diroonii kalaqee balaliisise
Finfinnee, Gurraandhala 10, 2014 (FBC)- Barsiisaan Yuunvarsiitii Dambi Doolloo kan ta'e Amaanu'eel Baalchaa Diroonii kalaquun balaliisuu Yuunvarsiitiin Dambi Doolloo beeksiseera.…
Iraan Misaa’ela fageenya dheeraa haaraa ifoomsite
Finfinnee, Gurraandhala 2, 2014 (FBC) – Iraan Misaa’ela fageenya dheeraa imalu haaraa Keeyibaar Sheeyikaan jedhamu ifoomsuu beeksifte.
Misaa’elichi bakka ajajaa olaanaan humna waraanaa…
Bara kana dhaabbileen mootummaa 400 tajaajila ‘online’ akka laataan hojjetamaa jiraachuu ibsame
Finfinnee, Amajjii 30, 2014 (FBC) - Bara 2014 dhaabbileen mootummaa 400 tajaajila ‘online’ akka laataan hojjetamaa jiraachuu Ministeerri Innooveeshinii fi Teeknooloojii…
Kalaqawwan teeknooloojii jalqabaa hojii uumuu fi qabeenya maddisiisuu danda’aniif eegumsi taasifamuu…
Finfinnee, Amajjii 26, 2014 (FBC) – Kalaqawwan teeknooloojii jalqabaa hojii uumuu fi qabeenya maddisiisuu danda’aniif eegumsi taasifamuu akka qabu Ministirri Ministeera Innooveeshinii fi…
Baankichi tajaajila kaardii malee maashina ATM irraa maallaqa baafachuun danda’amu eegale
Finfinnee, Amajjii 23, 2014 (FBC) - Baankiin Daldala Ityoophiyaa tajaajila kaardii malee maashina ATM irraa maallaqa baafachuun danda’amu eegaluu beeksiise.
Baankichi…
Yaaliin Misaa’ela Baalastikaa Kooriyaan Kaabaa taasiifte Ameerikaa dheekkamsiise
Finfinnee, Amajjii 23, 2014 (FBC) – Yaalii Misaa’ela Baalastikaa Kooriyaan Kaabaa taasiifte hordofee Ameerikaan marii ariifachissaa taasiisuu kan barbaaddu ta’uu beeksiifte.…