Feesbuukiin hojiiwwan daldala gadi aanoo ta’aniif deeggarsa Doolaara miiliyoona 100 taasisuufi
Finfinnee, Bitootessa 9, 2012 (FBC) – Feesbuukiin hojiiwwan daldala gadi aanoo ta’aniif deeggarsa Doolaara Ameerikaa miiliyoona 100 taasisuufi.
Dhaabbatichi hojiiwwan daldalaa biyyoota…
Inistiityuutichi kitaabolee miiliyoona 3 ol onlaayiniin gurmeessera
Finfinnee, Bitootessa 7, 2012 (FBC) - Inistityuutiin Innooveeshinii fi Teeknooloojii kitaabole miiliyoona 3 ol onlaayiniin gurmeessuu danda’eera.
Ministirri Ministeera Innooveeshinii fi…
Dhaabbanni Qindeessa Anniisaa Awrooppaa saaybariin miidhame
Finfinnee, Bitootessa 4, 2012 (FBC) - Dhaabbanni Qindeessa Anniisaa Awrooppaa saaybariin miidhame.
Opireetariin sirna daddabarsa neetwoorkii elektiriikii Awrooppaa (European Network of…
Qorattoonni Chaayinaa meeshaa vaayrasii koroonaa daqiiqaa 15 keessatti adda baasuu danda’u ifoomsan
Finfinnee, Bitootessa 3, 2012 (FBC) – Qorattoonni Chaayinaa meeshaa vaayrasii koroonaa daqiiqaa 15 keessatti adda baasuu danda’u ifoomsan.
Meeshichaaf qaama hargansuurratti yaaliin…
Googl sababii tamsa’ina vaayrasii koroonaatin hojjettoonni isaa mana taa’anii hojii isaanii akka…
Finfinnee, Bitootessa 2, 2012 FBC)- Googl sababii tamsa’ina vaayrasii koroonaatin hojjettoonni isaa mana taa’anii hojii isaanii akka hojjetaniif gaafate.
Obbolaa dhaabbata Googl kan ta’e…
Akkaawuntoonni Maaykiroosooft hedduun miidhaa saaybariif saaxilamoodha
Finfinnee, Bitootessa 1, 2012 (FBC) - Miidhaa saaybariif hedduminaan kan saaxilaman mirkaneessa abbaa sadarkaa hedduu kan hin gaafannedha.
Akkaawuntii Maaykiroosooft Intarpiraayiz keessaa…
Jilli deeggartoota barnootaa idila addunyaa Finfinnee gale
Finfinnee, Gurraandhala 30, 2012 (FBC) – Jilli deeggartoota barnootaa idila addunyaa daawwaannaa hojii guyyoota sadiif har’a Finfinnee galeera.
Ministirri Ministeera Barnoota…
Dargaggoo meeshaa garagaraatti fayyadamuun baajaajii humna elektiriikiin socho’u hojjete
Finfinnee, Gurraandhala 30, 2012 (FBC) – Dargaggoon nannoo Amaaraa godina Awwii aanaa Jaawwii jiraatu meeshaa garagaraatti fayyadamuun konkolaataa abbaa miila sadii (baajaajii) humna…
Addunyaarra bilbiloonni sochootuu Andirooyidii fi taableetonni biiliyoona tokkoo ol saaybariif ni…
Finfinnee, Gurraandhala 27, 2012 (FBC) - Addunyaarra bilbiloonni sochootuu Andirooyidii fi taableetonni biiliyoona tokkoo ol saaybariif saaxilamoota jedha qorannoon tokko.
Addunyaarra…
Feesbuukiin vaayrasii koroonaa ittisuuf Dhaabbanni Fayyaa Addunyaa bilisaan akka beeksisu eeyyame
Finfinnee, Gurraandhala 26, 2012 (FBC) – Feesbuukiin vaayrasii koroonaa ittisuu waliin walqabatee Dhaabbanni Fayyaa Addunyaa bilisaan akka beeksisu eeyyame.
Hoji raawwachiisaa olaanaan…