Akkawuntootni Feesbuukii sobaa suuraa fuula namoota lafarratti hin uumamne fayyadamaa akka jiran…
Finfinnee, Amajjii 1, 2012 (FBC) - Akkawuntootni Feesbuukii sobaa suuraa fuula namoota lafarratti hin uumamne fayyadamaa akka jiran dhaga’ame.
Suuraa fuula namoota lafarratti hin uumamne…
Qorattoonni Chaayinaa mala wayita hoo’a olaanaa haala xiyyaarotaa hordofu ifoomsan
Finfinnee, Muddee 30, 2012 (FBC) – Qorattoonni Chaayinaa mala wayita hoo’a olaanaa haala xiyyaarotaa hordofu ifoomsan
Teeknooloojii haaraan kun xiyyaaronni wayita hoo’a digrii…
Iityoo-Teeleekoom miidhaa bu’ura misoomaatin Birrii miiliyoona 100 kassare
Finfinnee, Muddee 30, 2012 (FBC) – Iityoo -Teeleekoom miidhaa bu’uraalee misoomaa irra ga’een ji’oottan 6n darbanitti Birrii miiliyoona 100 dhabuu isaa beeksiseera.
Bu’uura misoomaa 547…
Biskileettin elektiriikaa bishaanirra imaltu gabaarra oolte
Finfinnee, muddee 29, 2012 (FBC) – Biskileettiin humna elektiriikaan hojjetuu fi bishaanirra imaluu dandeessu gabaarra oolte.
Dhaabbanni Niiwzilaand Maantaa 5 jedhamu biskileettii XE 1…
Motummaa Awustaraaliya irratti haleellaan saayiberii cimaan qaqqabu himame
Finfinnee, Muddee 27, 2012 (FBC) - Motummaa Awustaraaliya irratti haleellaan saayiberii cimaan qaqqabu himame.
Waajjira Ministeera Dhimma Ala Awustaraaliya irratti haleellaan saayiberi…
Googl teeknooloojii kaansarii harmaa qoratu ifoomse
Finfinnee, Muddee 24, 2012 (FBC) – Googl teeknooloojii kaansarii harmaa qoratu kalaquu beeksise.
Teeknooloojii namtolcheen kun ogeessota fayyaarra dandeettii adda baasuu akka qabu…
Hindi yeroo jalqabaaf namoota gara hawaatti erguufi
Finfinnee, Muddee 23, 2012 (FBC) – Ejensiin Hawaa Hindii yeroo jalqabaaf namoota 4 gara hawaatti erguuf qophiirra jiraachuu beeksiseera.
Karoorri kunis hanga bara Faranjootaa 2022tti…
Meeshaa nageenya namtolchee ogeessoota fayyaarra bifaa fooyyee qabuun kaanserii harmaa akka adda…
Finfinnee, Muddee 23, 2012 (FBC) – Meeshaan nageenya namtolchee Al jedhamu dhibee kaanserii harmaa qorachuurra darbee, ogeessoota fayyaa caalaa to’annoo akka taasisu ibsameera.
Meeshichi…
Kalaqni teeknooloojii namoota yeroo rafan kurruufaniif mala ta’u ifoome
Finfinnee, Muddee 22, 2012 (FBC) – Kalaqni teeknooloojii haaraan namoota yeroo rafan kurruufaniif mala ta’u ifoome.
Namoonni hedduun kan ittiin rakkatan rakkoo fayyaa waliin walqabatee…
Chaayinaan baabura saffisaa fi ammayyaa’aa tajaajilarra oolchite
Finfinnee, Muddee 22, 2012 (FBC) - Chaayinaan baabura saffisaa fi ammayyaa’aa addunyaaf kan jalqabaa ta’e tajaajilarra oolchite.
Chaayinaan Doolaara biiliyoona 9n hojjettee kan…