Oromiyaatti wiirtuleen laaboraatoorii qorannaa vaayrasii koroonaa hojii jalqabuufi
Finfinnee, Bitootessa 24, 2012 (FBC) - Oromiyaatti wiirtuleen laaboraatoorii qorannaa vaayrasii koroonaa hojii jalqabuufi.
Wiirtulee kanneenis yuunvarsiitota naannicha keessa jiran waliin…
Laabraatooronni guyyaatti samuudaa vaayrasii koroonaa 400 qorachuu danda’an hojiitti galan
Finfinnee, Bitootessa 23, 2012 (FBC) - Inistiitiyuutiin Qorannaa Armaawar Haansanii fi Wiiruun Qorannaa Fayyaa Beelladootaa Ityoophiyaa tajaajila qorannaa laabraatoorii vaayrasii koroonaa…
Gareen ittisaa fi to’annoo vaayrasii koroonaa teeknooloojidhaan dabaalamu hundaa’e
Finfinnee, Bitootessa 14, 2012 (FBC) –Gareen ittisaa fi to'annoo vaayrasii koroonaa teeknooloojidhaan dabaalamu hundaa'e.
Ministeerri Innooveeshinii fi Teeknooloojii weerara vaayrasii…
Ejansiin Odeeffannoo fi Nageenyaa Ityoophiyaa “Ityoophiyaatti siistema vaayrasii koroonaa (COVID 19)…
Finfinnee, Bitootessa 11, 2012 (FBC) - Ejansiin Odeeffannoo fi Nageenyaa Ityoophiyaa “Ityoophiyaatti siistema vaayrasii koroonaa (COVID 19) too’atuu fi ittisu” qopheesse.
Siistemni…
Feesbuukiin koroonaa ittisuuf hojjettoonni manaa akka hojjetan eeyyame
Finfinnee, Bitootessa 10, 2102 (FBC) – Feesbuukiin tamsa’ina vaayrasii koroonaa ittisuuf hojjettoonni isaa koontiraataa mana ta’aani akka hojjetan eeyyame.
Murtichi qabiyyee…
Feesbuukiin hojiiwwan daldala gadi aanoo ta’aniif deeggarsa Doolaara miiliyoona 100 taasisuufi
Finfinnee, Bitootessa 9, 2012 (FBC) – Feesbuukiin hojiiwwan daldala gadi aanoo ta’aniif deeggarsa Doolaara Ameerikaa miiliyoona 100 taasisuufi.
Dhaabbatichi hojiiwwan daldalaa biyyoota…
Inistiityuutichi kitaabolee miiliyoona 3 ol onlaayiniin gurmeessera
Finfinnee, Bitootessa 7, 2012 (FBC) - Inistityuutiin Innooveeshinii fi Teeknooloojii kitaabole miiliyoona 3 ol onlaayiniin gurmeessuu danda’eera.
Ministirri Ministeera Innooveeshinii fi…
Dhaabbanni Qindeessa Anniisaa Awrooppaa saaybariin miidhame
Finfinnee, Bitootessa 4, 2012 (FBC) - Dhaabbanni Qindeessa Anniisaa Awrooppaa saaybariin miidhame.
Opireetariin sirna daddabarsa neetwoorkii elektiriikii Awrooppaa (European Network of…
Qorattoonni Chaayinaa meeshaa vaayrasii koroonaa daqiiqaa 15 keessatti adda baasuu danda’u ifoomsan
Finfinnee, Bitootessa 3, 2012 (FBC) – Qorattoonni Chaayinaa meeshaa vaayrasii koroonaa daqiiqaa 15 keessatti adda baasuu danda’u ifoomsan.
Meeshichaaf qaama hargansuurratti yaaliin…
Googl sababii tamsa’ina vaayrasii koroonaatin hojjettoonni isaa mana taa’anii hojii isaanii akka…
Finfinnee, Bitootessa 2, 2012 FBC)- Googl sababii tamsa’ina vaayrasii koroonaatin hojjettoonni isaa mana taa’anii hojii isaanii akka hojjetaniif gaafate.
Obbolaa dhaabbata Googl kan ta’e…