Browsing Category
Waajabila Faanaa
Dubartootaa fi kabaja ayyaana Irreechaa…
Finfinnee, Fulbaana 23, 2018 (FMC) - Kabaja ayyaana Irreechaa keessatti iddoon dubartoottni qaban olaanaa akka ta’e himama.
Ayyaanni irreechaa dudhaalee sirna Gadaa keessaa tokkodha.…
Maanguddoo umrii waggaa 65 qormaataa biyyaalessaa kutaa 12ffaa fudhataa jiran
Finfinnee, Adoolessa 3, 2017 (FMC) – Yuunivarsiitii Arsiitti manguddoon umrii waggaa 65 Qormaata biyyaalessaa kutaa 12ffaa Saayinsii hawaasaa bara kanaa fudhataa jiru.
Kutannoon…
Aanaa Guraawaatti Sa’attiin takka yeroo tokkotti jabbiiwwan 5 dhalte
Finfinnee, Caamsaa 9, 2017(FMC) – Godina Harargee Bahaa Aanaa Guraawaatti Sa'attiin takka yeroo tokkotti jabbiiwwan 5 dhaluu ibsameera.
Saani kun kana duras yeroo tokkotti jabbiiwwan 3…
Sa’a Doolaara miiliyoona 4.8tti gurguramte
Finfinnee, Guraandhala 7, 2017 (FMC) – Biraaziilitti Sa’i tokko Doolaara miiliyoona 4.8tti gurguramuun riikardii addunyaarratti galmoofte.
Sa’attiin kun Kiiloogiraama kuma 1 fi 101 kan…
Xaannachi kiiloo giraama 20.6 tajaajila baqaqsanii wal’aanuun baafame
Finfinnee, Amajjii 30, 2017 (FMC)- Maayicawuu Hospitaala Kaarli Lamlamitti haadha tokko keessaa Xannachi kiiloo giraama 20.6 ulfaatu tajaajila baqaqsanii wal’aanuun baafamuun ibsame.…
Haadhoon Hoolaa takka yeroo tokkotti ilmoolee 5 dhalte
Finfinnee, Amajjii 16, 2017 (FMC) – Godina Goojjam Bahaa Magaalaa Dabrawarqitti Haadhoon Hoolaa takka yeroo tokkotti ilmoolee 5 dhalte.
Haadhoon tun kana duras yeroo adda addaatti…
Hospitaala Saawulaatti garaa wal’aanamtuu tokkoo keessaa sibiilonni 57 baafaman
Finfinnee, Mudde 26, 2017 (FMC)-Godina Goofaa Hospitaala Waliigalaa Saawulaatti tajaajila baqaqsanii wal’aanuu sa’aatii 2:00 fudhateen garaa wal’aanamtuu tokkoo keessaa sibiilonni 57…
Waggaa 12 booda qaroo Ifa arge
Finfinnee, Sadaasa 6, 2017 (FBC) –Dargaggeessi Fireewu Shibashiin umurii Waggaa 22tti balaa isaa mudateen qaroo ija isaa akka dhabe dubbata.
Qaroon ija isaa akka deebi’uuf tajaajla…
“Jafora”: Koridarii Magariisa
Finfinnee, Onkololeessa 29, 2017 (FBC)-“Jafora” jechuun naannawaa Guraageetti aadaa magariisummaa daandii bahumsaa fi galumsaa jiraattota naannawichaa misoomsanii kunuunsuuti.
Daandii kun…
Qurxummiin Raashiyaaf basaasaa ture jedhame du’ee argame
Finfinnee, Hagayya 27, 2016 (FBC)- Qurxummiin guddichi 'Weel' jedhamuuun beekamu Raashiyaaf basaasa ture jedhamee shakkamu qarqara galaana Norweeyitti du'e argamuun gabaafame.
Qurxummichi…