Browsing Category
Waajabila Faanaa
Qurxummiin Raashiyaaf basaasaa ture jedhame du’ee argame
Finfinnee, Hagayya 27, 2016 (FBC)- Qurxummiin guddichi 'Weel' jedhamuuun beekamu Raashiyaaf basaasa ture jedhamee shakkamu qarqara galaana Norweeyitti du'e argamuun gabaafame.
Qurxummichi…
Hoomaan hantuutaa paarlaamaa Paakistaan weeraruun yaaddoo uume jedhame
Finfinnee, Hagayya 15, 2016 (FBC) – Hoomaan hantuutaa Gamoo paarlaamaa Paakistaan weeraruun yaaddoo uumuu gabaafame.
Gosoonni hantuutaa gamoo kana keessa jiran qaamni isaanii baayyee…
Dubartii waggoota 30f hirriiba malee jiraatte
Finfinnee, Adoolessa 25, 2016 (FBC) – Lammii Veetinaam waggoota kurnan sadan darbaniif Hirriiba malee jiraatte,Niguuyen Nigook Maayi Kiim.
Niguuyen Nigook Maayi Kiim dubartii Umrii waggaa…
Daa’ima Umrii baatii 3 sigiga lafaan maatii malee hafe
Finfinnee, Adoolessa 20, 2016 (FBC) - Daa'ima Umrii baatii 3 balaa sigiga lafaa Godina Goofaatti mudateen maatii malee hafe.
Haati daa'ima kanaa Taamanech Daani'eel jedhamti, Carraan…
Dubartii ajjeechaa hin raawwanneen hidhaa waggoota 43 booda bilisa baate
Finfinnee, Adoolessa 14, 2016 (FBC) - Ameerikaatti dubartiin ajjeechaa hin raawwanneen waggoota 43’f mana hidhaa keessa turte bilisa baate.
Saandiraa Heema umrii 20’tti ture hojjettuu…
Barattuu miila akka harkaatti fayyadamuun qormaata kutaa 12ffaa Onlaayiniin qoramaa jirtu Keeyiraa…
Finfinnee, Adoolessa 9, 2016 (FBC) – Uumamaan harka lamaanuu malee kan dhalatte Barattuu Keeyiraa Jamaal qormaata Biyyaalessaa kutaa12ffaa marsaa 2ffaa miila akka harkaatti fayyamuun…
Shamarran Lakkuu qabxii olaanaa galmeessuun Yuunivarsiitii Amboorraa eebbifaman
Finfinnee, Waxabajjii 29, 2016 (FBC) – Shamarran Lakkuu qabxii olaanaa galmeessuun Yuunivarsiitii Amboo Kaampaasii Walisoorraa eebbifaman Keelloo Xurunaa fi Siddisee Xurunaa.…
Qaama miidhamaa rakkoo hunda dandamachuun Yuunivarsiitii Hawaasaarraa qabxii eebbaa gaarii…
Finfinnee, Waxabajjii 27, 2016 (FBC) – Qaama miidhamaa Ballaxaa Butuunaan rakkoo isa mudatan hunda dandamachuun Yuunivarsiitii Hawaasaarraa qabxii eebbaa (CGPA) 3.2 galmeessuun eebbifame.…
Lakkuu qabxii eebbaa walfakkaatuun Yuunivarsiitii Jimmaarraa eebbifaman
Finfinnee, Waxabajjii 25, 2016 (FBC) – Lakkuu qabxii eebbaa barnoota waliigalaa (CGPA ) walfakkaatu galmmeessuun Yuunivarsiitii Jimmaarraa eebbifaman.
Yuunivarsiitiin Jimmaa har’a…
Yuunivarsiitii Walqixxeetti daa’imman walitti maxxananii dhalatan adda baafaman
Yuunivarsitii Walqixxeetti daa’imman walitti maxxananii dhalatan adda baafaman
Finfinnee, Bitootessa 25, 2016 (FBC)- Hospitaala Ispeeshaalaayizdi Yuunivarsiitii Walqixxeetti daa’imman…