Browsing Category
Waajabila Faanaa
Maanguddoo umrii waggaa 90 Maqaa Meesii yaamuun ugguramuurraa oolaan
Finfinnee, Guraandhala 29, 2016 (FBC) – Maanguddoon umrii waggaa 90 Maqaa Liyooneel Meesii yaamuun Hamaasiin ugguramuurraa ooluun isaanii ijoo dubbii ta’eera.
Bara…
Maanguddoon Umrii waggaa 117 guyyaa dhaloota isaanii kabajatan
Finfinnee, Guraandhala 26, 2016 (FBC) – Lammiin Ispeen Maanguddoon Umrii dheertuu Addunyaa guyyaa dhaloota isaanii waggaa 117ffaa kabajataniiru.
Maanguddoon Maariyaa Biraaniyaas Mooreeraa…
Godina Harargee Lixaatti Harreen Lakkuu dhalte
Finfinnee, Guraandhala 22, 2016 (FBC) – Godina Harargee Lixaa Aanaa Burqaa Dhintuu gandaa Burqaa Odaatti Harreen Lakkuu dhaluu dhagahame.
Harreen tun kana dura yeroo tokko ilmoo tokko…
Sangaa keessaa Warqee giraama 6.11 argame
Finfinnee, Mudde 27, 2016 (FBC)- Sangaa Ayyaana Qilleef qalame keessaa Warqee (Sookoo) giraama 6.11 argame.
Warqeen kunis Magaalaa Walaayittaa Sooddootti sangaa foon qooddachuuf Ayyaanaa…
Abbaa warraa fi Haadha Warraa bara jireenya isaanii hafe Doonii miidhagaa bashannanaa jiraachuuf…
Finfinnee, Mudde 15, 2016 (FBC) – Jiraattoota Filooriidaa kan turan Abbaa Warraa fi Haatii warraa waggaa 3 dura bara jireenya isaanii hafe Dooniin addunyaa naanna'aa jiraachuuf hojii isaanii…
Dubartiin Ameerikaa gadameessa lamaa qabdu garaa garummaa guyyaa lamaa keessatti ijoollee lama…
Finfinnee, Mudde 14, 2016 (FBC) - Dubartiin Ameerikaa gadameessa lamaa qabdu garaa garummaa guyyaa lamaa keessatti ijoollee lama da'uu ibsameera
Dubartiin kun daa'imman lamaan da'uuf…
Teeksaasitti maanguddoon umrii waggaa 90 digrii 2ffaan eebbifaman
Finfinnee, Mudde 9, 2016 (FBC) – Teeksaasitti maanguddoon umrii waggaa 90 digrii 2ffaan eebbifamaniiru.
Maanguddoon kun Yuunivarsiitii Kaaba Teeksaasitti barnoota isaanii hordofuun Digrii…
Godina Booranaatti haati tokko yeroo tokkotti daa’imman afur deesse
Finfinnee, Mudde 9, 2016 (FBC) – Godina Booranaa Magaalaa Yaaballoo Hospitaalaa Waliigalaa Yaaballootti haati tokko yeroo tokkotti Daa’imma afur deesserti.
Haatii fi da’imman dhalatan…
Yugaandaatti namichi dubartoota 3 ajjeese hidhaa waggaa 105’n adabame
Finfinnee, Mudde 4, 2016 (FBC) – Manni murtii olaanaa Yugaandaa Kaampaalaa jiru dargaggeessaa umrii waggaa 25 dubartoota 3 ajjeese hidhaa waggaa 105'n adabeera.
Musaa Musaasiziin Roobii…
Ugaandaatti dubartiin umrii waggaa 70 lakkuu deesse
Finfinnee, Sadaasa 20, 2016 (FBC) –Ugaandaatti dubartiin umrii waggaa 70 daa’ima lakkuu da’uu ishee gabaafame.
Dubartiin ganna 70 tun tumsa IVFn lakkuu da’uu ishee eerameera.
Afrikaa…